Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni olaanoon magaalaa Finfinnee Proojektoota misoomaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalaa Finfinnee Proojektoota misoomaa magaalichaa daawwataniiru.
Qondaaltoonni mootummaa kunneen Proojektoota…
Agarsiifnii fi dorgommiin teeknooloojii magaalaa Adaamaatti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Agarsiisaa fi dorgommii teeknooloojii koolleeojjii poolii teeknikaa magaalaa Adaamaatti…
Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 8ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarseera.
Manni marichaa labsii…
MM Abiy Ahimad eebbifamtoonni koollejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaa itti fufiinsaan beekumsa…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad eebbifamtoota koollejjii waraanaa Raayyaa ittisaa marsaa jalqabaa eebbisiisaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI…
Waltajjiin marii biyyaalessaa ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii biyyaalessaa 2ffaan ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Waltajjii kanarratti…
Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jira – Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Workishooppiin sosochii tarkaanfii…
Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas itti fufiinsa biyyaa mirkaneessuuf furmaanni olaantummaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas biyya itti fufsiisuuf furmaanni olaantummaa seeraa mirkeessuu qofa ta'uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Himatamtoonni lubbuun lammiilee nagaa 76 haala suukanneessaan akka darbu taasiisaan hidhaa cimaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuz godina Matakkal aanaalee Maandhuraa, Daanguurii fi Paawwiitti himatamtoonni lubbuun lammiilee nagaa 76 haala suukanneessaan…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Guyyaa har’aa balalli yeroo 3ffaan gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen…
Abbaan Taayitichaa Ashaboon nyaataa Roomii fi oomishaaleen dammaa Seenhoon mirkaneessa ga’umsa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To'annoo Eegumsa Fayyaa Nyaataa fi Qorichaa magaalaa Finfinnee Ashaboon nyaataa Roomii fi oomishaaleen dammaa Seenhoon…