Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Walloo Kibbaatti rasaasni kumni 3 fi 600 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Wagidiitti rasaasni kumni 3 fi 664 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsameera.
Caamsaa 12, 2014 ganama keessaa…
Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti gamoowwan manneen jireenyaa doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti gamoowwan manneen jireenyaa doolaara miiliyoona 10 ijaarraman eebbifamaniiru.
Gamoowwan kunneen hojjettoota…
Bu’uurri cimina magaalaa Finfinnee amanataalee fi eenyummaa sabdaneessummaa ta’uusaan qindoominaan…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Bu’uurri cimina magaalaa Finfinnee amanataalee fi eenyummaa sabdaneessummaa ta’uu isaan qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Kantiibaan magaalaa …
Ityoophiyaan labsii kunuunsa fi wabii qabeenya beeyladaa Afrikaa akka ragga’u qooda baateef…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 5ffaan wixineen labsii eeggumsaa fi kunuunsa Beeyladootaa Afrikaa mirkaneessu akka…
Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuu mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsan…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqochuu Preezdaantii Emmireetoota Araba Gamtoomaniif gadda itti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen du'aan boqochuu Preezdaantii Emmireetoota Araba Gamtoomanii duraanii Sheek Kalifaa Biin Zaayid Al Nahiyaan gadda…
Oomishtummaa dabaluu fi gabbina biyyoo deebisuuf qooda fudhattoonni qindoominaan hojjechuu qabu…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Asiidummaa biyyoo ittisuun oomishtummaa dabaluu fi Gabbina biyyoo deebisuuf qooda fudhattoonni damee qonnaa qindoominaan hojjechuu akka qaban…
Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Walitti qabaa Boordii Federeeshinii Mana Maree Daldalaa Saa’ud Arabiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Walitti qabaa Boordii Federeeshinii Mana Maree Daldalaa Saa’ud Arabiyaa Ajilaan Abdulaziiz waliin haala daldalaa fi…
Ityoophiyaa fi Jaappaan tumsa isaanii sadarkaa olaanaatt ceesisuuf tarkaanfiiwwan barbaachisoo ta’an…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samarataa Sawaasaw Imbaasii Jaappaanii fi Ejensii Tumsa Idil-addunyaa Jaappaan waliin imaammata…
Hoggantoota Ejansii fi Ambaasaaddarootaaf raawwii diinagdee biyyoolessaarratti ibsi laatamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Mootummaan Hoggantoota Ejansii fi Ambaasaaddarootaaf raawwii baatiwwan sagalii diinagdee biyyoolessaarratti ibsa laataa jiraachuu ibsameera.…