Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manneen jireenyaa harka qalleeyyii eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manneen jireenyaa harka qalleeyyii kutaa magaalaa Qiirqoositti eegalchiisaniiru.…
Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Hirmaannaan diysaapooraa damee invastimantiin raawwata jiru guddachuun carraa hojii uumaa jiraachuu Ejansiin Diyaaspooraa ibseera.
Ejansichi waamicha…
Obbo Dammaqaa Mokkonnin bakka bu’aa addaa Kominishinii Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin bakka bu’aa addaa Kominishinii Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa…
Aanaa Warra Jaarsootti miseensonni Shanee 190 meeshaa waraanaa 30 waliin karaa nagaan harka kennatan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsootti miseensonni Shanee 190 meeshaa waraanaa 30 waliin karaa nagaan harka kennataniiru.
Godina Shawaa Kaabaa…
Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa preezdaantii biyyattii haaraa muudaman waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaahii Hasan preezdaantii Somaaliyaa haaraa muudaman Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’ataniiru.…
Naannoon Amaaraa misooma waaraa fi tasgabba’aa raawwachuuf hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Naannoon Amaaraa misooma waaraa fi tasgabba’aa aawwachuuf hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu cimaa hojjetaa jira jechuun Preezdaantiin Naannoo Amaaraa…
Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa balalli marsaa sadiin taasifameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen…
Imalli nyaataa fi shaqaxaalee bu’uuraatiin of danda’uu akka milkaa’uuf oomishtummaan aadaa ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaatti kan eegalee imalli nyaataa fi shaqaxaalee bu’uuraatiin of danda’uu waaraan akka milkaa’uuf…
Sirni awwaalchaa obbo Sintaayyoo Tolaa raawwate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Obbo Sintaayyoo Tolaa magaalaa Sabbataa Mana Amantaa Qidduus Gabreeliitti raawwatamee jira.
Hayyuun seenaa aadaa fi afaan Oromoo Obbo…
Tarkaanfii shaneerratti godinaalee 9 keessatti fudhatameen Uummanni tasgabbii argate – Biiroo…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Tarkaanfii shaneerratti godinaalee 9 keessatti fudhatameen Uummanni tasgabbii fi boqonnaa argachuu Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa beeksiise.…