Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaa iddoowwan qonna arfaasaatiif mijatoo ta’anitti lafti heektaarri kumni 900 ol…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa iddoowwan qonna arfaasaatiif mijatoo ta’anitti lafti heektaarri kumni dhibbi 9 fi kumni 70 oomishaan uwwifamuu Biiroo Qonnaa Naannichaa…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti shakkamtoonni Shaneef loojastiksii dhiyeessaa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 9 iddoo addaa Gooroo jedhamutti shakkamtoonni Shaneef loojastiksii dhiyeessaa turan 8…
Sirni awwaalcha Obbo Sintaayyoo Tolaa Magaalaa Sabbataa Bataskaana Qidduus Gabreeliitti raawwatamaa…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Sirni awwaalcha Obbo Sintaayyoo Tolaa Magaalaa Sabbataa Bataskaana Qidduus Gabreeliitti raawwatamaa jira.
Akka OBN gabaaseetti sirnichi bakka…
Waltajjiin marii ga’ee namooma fi dhaabbilee miidiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii ga’ee namooma fi dhaabbilee miidiyaa jedhuun Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa fi qaamolee miidiyaa waliin gaggeeffamaa jira.…
Nageenya mirkaneesuu fi tokkummaa fiduuf marii fi waliigalteetu furmaata – Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Nageenya mirkaneesuu fi tokkummaa fiduun humnaan osoo hin taane marii fi waliigalteen ta’uu qaba jedhan Paatiriyaariikiin Mana Amantaa…
Preezdaant Dastaa Leeddaamoo indaastiriiwwan oomishaa Hawaasaa fi naannichatti argaman daawwatan…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Dastaa Leeddaamoo fi miseensonni kaabinee indaastiriiwwan oomishaa olaanaa fi giddugaleessaa Hawaasaa fi naannichatti…
Magaaloonni baadiyyaa haaraan 125 fayyadamoo tajaajila Elektirikaa ta’an
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Magaaloonni baadiyyaa haaraan 125 fayyadamoo tajaajila Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksiise.
Tajaajilli…
Magaalaa Miizan Amaanitti dhaabbilee nageenyaa waliin mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Miizan Amaanitti dhaabbilee nageenyaa federaalaa fi naannolee waliin mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Waltajjicha…
Preezdaantiin Somaaliyaa haaraan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin hojjachuuf qophii…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Somaaliyaa haaraan Hasan Sheek Mahaammad Muummeen Ministira FRDI Abiy Ahimad waliin hojjachuuf qophii ta'uu beeksisan.
Preezdaant Hassan,…
Seektaroonni kilaastara magaalaa taarkaanfilee haaraa rakkoo bu’uuraa isaanii hiikuu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Seektaroonni kilaastara magaalaa taarkaanfilee haaraa rakkoo bu'uuraa isaanii hiikuu danda'an bocuun, karoorfatanii hojjechuu akka qaban Preezdaantiin…