Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Reeffi obbo Sintaayyoo Tolaa Giddugala Aadaa Oromoo irraa gara mana jireenyaa isaanii magaalaa…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Reeffi Hayyuu qorataa Seenaa fi Aadaa Oromoo obbo Sintaayyoo Tolaa magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromoo irraa gara mana jireenyaa isaanii magaalaa…
Nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – mootummaa cinaa dhaabbachuun nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa naannoo Somaalee ibsaniiru.…
Magaalaa Warra Iluutti ijaarsa Giddugala Qorannoo Qonnaa Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Inistityuutiin Qorannoo Qonna Ityoophiyaa naannoo Amaaraa magaalaa Warra Iluutti giddugala qorannoo qonnaa marsaa 23ffaa Birrii miiliyoona 500 ijaaruuf…
Ajajni giddugalaa haleellaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamamuuf deebii laachuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ajajni giddugalaa haleellaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamamuuf deebii laachuuf qophii ta’uu ibseera.
Ajajichi haleella birmadummaa…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa waliigaltee kutaalee Ityoophiyaa garagaraatti hojjechuuf dandeessisu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa kutaa Ityoophiyaa adda addaatti hojii ijaarsa nageenyaa, duudhaalee waloo fi nageenyarratti akkasumas walitti…
Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun waliin hojjechaa jirra- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun tumsaan waliin hojjechaa jirra jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Baankiin Misoomaa Chaayinaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Baankiin Misoomaa Chaayinaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuuf qophii ta’uu beeksiseera.
Baankichi hariiroo gamlamee fi tumsa gama…
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Manni Murtii Aadaa hundeeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Manni Murtii Aadaa hundeeffameera.
Haqaa dabee fi waldhabdee hawaasa keessatti uumamaniif manni murtii Aadaa hunda…
Nageenya daandii eegsisuuf boru irraa eegalee duulli to’annoo kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Nageenya daandii eegsisuuf guyyaa boruu irraa eegalee duulli to’annoo baatii tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Duulichi magaalaa Finfinnee…
Manni Marichaa waltajjiin hariiroo sireeffamtoota seeraa biyyoolessaa cimee akka itti fufuuf…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii waltajjiin hariiroo sireeffamtoota seeraa biyyoolessaa cimee akka itti fufuuf deeggarsa akka taasisuu gaafatameera.
Waltajjiin…