Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa waltajjiin hariiroo sireeffamtoota seeraa biyyoolessaa cimee akka itti fufuuf…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii waltajjiin hariiroo sireeffamtoota seeraa biyyoolessaa cimee akka itti fufuuf deeggarsa akka taasisuu gaafatameera.
Waltajjiin…
Ityoophiyaanoonni mana amala sirreessaa Moozaambiik keessa turan 32 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa mana amala sirreessaa Moozaambiik keessa turan 32 gara biyyaa akka deebi’an taasifamuu Priitooriyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa…
Dhiibbaawwan Jabina uummataa, hirmaannaa diyaaspooraa fi dippiloomaasiitiin dandamannee rakkoo…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) –Dhiibbaawwan Jabina uummataa,hirmaannaa diyaaspooraa fi dippiloomaasiitiin dandamannee rakkoo hamaan osoo hin qaqqabiin itti fufneerra jedhan Ittaanaan…
Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaatiif biqiltuun miiliyoonni…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaatiif biqiltuun miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 41 ol qopha’uu…
Milkaa’ina sagantaa Iid hanga Iid marsaa 2ffaan Waxabbajjii 24 eegaluuf qaamolee dhimmi ilaallatuu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Milkaa’ina sagantaa Iid hanga Iid marsaa 2ffaan Waxabbajjii 24 eegaluuf qaamolee dhimmi ilaallatuu itti gaafatamummaasaanii ba'aataniif waamichi…
Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu aanaa Naannawaa Dasseetti hojii misooma sululaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamu aanaa Naannawaa Dasseetti hojii misooma sululaa Xabaasiit daawwate.
Hojii eegumsa biyyoo…
Ityoophiyaan nageenya Somaaliyaaf gatii guddaa kaffalteerti – Ambaasaaddar Diinaa Muftii
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo waloo fi tumsa naannawaa Somaaliyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo obbo Sintaayyoo Tolaa boqotan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo guddaan obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa dhibee tasa isaan mudateen addunyaa kana irraa du'aan boqotaniiru.…
Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuu biiliyoonaa 6 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan sadarkaa biyyaaleessatti biqiltuu biiliyoonaa 6 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Ministeerr…
Gochaan ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuudha – Hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gochaan garee Shororkeessaa ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuu ta’uu hayyoonni ibsaniiru.
Adeemsi garichaa dargaggoota Tigraay…