Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Baatiitti fanjiin dhohee namoonni 4 yoo du’an namoota 5 irra miidhaa cimaan qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Magaalaa Baatiitti fanjiin dhohee namoonni 4 yoo du’an namoota 5 irra miidhaa cimaan qaqqabuu ibsame.
Guyyaa har’aa naannoo sa’aatii 8:30 magaalaa…
Ajandaalee biyya diigan qolachuun kan danda’amu tokkummaa cimsuun yoo danda’amedha- Hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ajandaalee biyya diigan qolachuun kan danda’amu tokkummaa cimsuun yoo danda’ame ta’uu hayyoonni ibsan.
Ajandaalee biyya diigan diinota keessaa fi alaan…
Miidhaa waraanaa hambisuuf hundi nageenyaaf dursa akka laatu paartileen siyaasaa gaafatan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Miidhaa waraanaa hambisuuf hundi nageenyaaf dursa akka laatu paartileen siyaasaa gaafataniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT daa’imman dabalatee lammiilee…
Manni Marichaa waliigalteewwan ittisa biyyaarratti Turkii fi Ityoophiyaa gidduutti taasifaman…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa waliigalteewwan ittisa biyyaarratti Turkii fi Ityoophiyaa gidduutti taasifaman raggaaseera.
Manni marichaa walga’ii…
Lammiileen 146 Yaman irraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 146 Yaman irraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 126 dhiirota, 15 dubartoota yoo ta’an 5…
Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti qabeenya uumama misoomsuuf deeggarsi mootummaa akka cimu gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti qabeenya uumama jiran misoomsuun jijjiirramaa hundagaleessa ariifachiisuuf deeggarsi mootummaa Federaalaa cimu akka qabu…
Jilli Preezdaantii Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti indaastiriiwwan oomishaa…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti sosochii hojii indaastiriiwwan oomishaa daawwachuu ibsame.
Sosochii…
Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ameera.
Naannoo Gambeellaa godina saba Majaangii keessattii kan argamu…
Ijaarsi buufata konkolaataa Magaalaa Amboo Maallaqa dhidhimse
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ijaarsi buufata konkolaataa Magaalaa Amboo Maallaqa dhidhimse.
Ijaarsi Buufataa Konkolataa Amboo irra deebi'ee akka hojjetamuuf kallattiin ka'amee…
Ityoophiyaa fi Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi mootummaa Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffamuu ibsameera.
Waliigaltichi proojektiiwwan…