Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gochaan ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuudha – Hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gochaan garee Shororkeessaa ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuu ta’uu hayyoonni ibsaniiru.
Adeemsi garichaa dargaggoota Tigraay…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 40 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 40 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessa 303…
Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 300 waliif…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bankiin Addunyaa Ityoophiyaatti bakkeewwan waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 300 taasisuuf Ministeera…
Rasaasni kumni 3 ol dhaabbata hojii mukaa tokko keessa dhokfamee ture shakkamtoota waliin to’annaa…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) –Poolisii Magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaa sakattoo taasisaniin rasaasni kumni 3 ol dhaabbata hojii mukaa tokko keessa…
Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti proojektiiwwan misoomaa namarratti xiyyeeffatan…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti proojektiiwwan misoomaa namarratti xiyyeeffatan yeroo gabaaba keessatti…
Barii har’aa golgamni addeessaa gariiniin mul’achuu Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Barii har’aa golgamni addeessaa gariiniin mul’achuu Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo Ispaashaal beeksiseera.
Yuunvarsiitiin Samaraa…
Ityoophiyaa fi Poorchugaal haala hariiroo daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaanii cimsuun…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Poorchugaal Luuwiisaa Faargoosoon waliin…
Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa kitaabolee kuma 5 ol mana kitaabaa Abrihootiif laate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa kitaabolee kuma 5 ol hojjettoota dhaabbatichaa fi qaamolee garaagararraa walitti qabe mana kitaabaa Abrihootiif laateera.…
Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 11 ol galmeessisaniif eeyyama…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 11 ol galmeessisaniif eeyyama Invastimantii laachuu Biiroon Invastimantii fi…
Preezdaant Saahilawarq talaallii COVID-19 Afrikaa keessatti oomishaman ilaalchisee walga’ii…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen talaallii COVID-19 Afrikaa keessatti oomishamu ilaalchisee walga’ii komishiniin Gamtaa Afrikaa waamerratti…