Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin…
Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii Wancii -Dandii daawwate
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii Wancii - Dandii daawwateera.
Proojektoota…
Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa 4 darbe
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa hojiirra turanirra balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.
Balaa…
Koreen hojii raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) –Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu eegaleera.
Miseensonni paartichaa sadarkaan jiran…
Preezdaant Shimallis ijaarsa Proojektii Ikkoo Turizimmii Dandii -Wancii eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ijaarsa Proojektii Ikkoo Turizimmii Dandii -Wancii eegalchiisaniiru.
Qaama proojektii…
MM Abiy Ahimad Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliiniin baga gammaddan…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ijoollee dhugaa Afrikaa Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliinii Yuunvarsiitii Finfinneerraa…
Yuunvarsiitiin Finfinnee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa fi Hojii gaggeessaa Dhaabbata…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiinwuumii Adeesiinaa fi Hojii gaggeessaa Dhaabbata Ijaarsaa Xaaliyaanii Saaliinii Peetiroo…
Preezdaant Awwal Arbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Affaar Obbo Awwal Arbaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Turkii Yaapiraak Alpaa waliin magaalaa Samaraatti mari’ataniiru.
Marii…
Qonnaa gannaa bara oomisha 2014 fi 2015tiin lafa heektaara miiliyoona 4.5 kilaasteraan misoomsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Qonnaa gannaa bara oomisha 2014 fi 2015tiin lafa heektara miiliyoona 4.5 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jirachuu itti aanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa…
Obbo Musxafeen qaamolee nageenyaa waliin dhimmoota daldala kontiroobaandii ittisuun danda’amurratti…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota qaamolee nageenyaa Federaalaa fi naannichaa waliin dhimmoota meeshaalee daldala…