Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadaan Diimookiraasii akka dagaaguu fi nageenyi waaraan akka bu’uuf ni hojjenna – Mana Maree…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Aadaa Diimookiraasii dagaagsuu fi nageenya waaraa mirkaneessuuf kan hojjetu ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibse.
Manni marichaa hoggantoota…
Karoora Hojii Bara 2015 Mootummaa Naannoo Oromiyaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Karoorri Hojii Bara 2015 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Sadarkaa Itti Aanaa…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara Maqalee seenu itti…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) –Konkolaattonni deeggarsa namoomaa 85 magaalaa Maqalee qaqqabuu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksiseera.
Sagantaan Nyaataa Addunyaa fuula miidiyaa hawaasaa…
Ministeerri Dhimma Alaa FDRI Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa FDRI Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Filannoo…
MM Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu isaaniif ergaa…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Walloo Kibbaatti balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Booranaa ganda 19tti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa uummataa ganama…
Bara 2015tti Paarkiiwwan haaraa 21 hundeessuuf hojjetamaa jira – Preezdaant Shimallis…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Bara 2015tti Paarkiiwwan haaraa 21 hundeessuuf hojjetamaa jiraachuu, Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Himaniiru.
Jilli…
Hojiilee wabii midhaan nyaataan of danda’uuf hojjetamaa jiru keessa qonni isa olaanaadha…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad kuduraa fi mudaraalee jiraattoonni Godina Faafan magaalaa Dagaahiillee gabaaf dhiyeessaa jiran…
Hoggantoonni mootummaa olaanoon hojiilee riifoormii Ministeera Albuudaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa, Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Itti aanaan Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa obbo…
Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin…