Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin Balal marsaa 22ffaan mata duree “Godaansa seeraan alaa; sababoota, miidhaa fi furmaata…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 22ffaan mata duree " Godaansa seeraan alaa; Sababoota,Miidhaa fi Furmaata isaa" jedhurratti gageeffamaa jira.
Waltajjiin…
Obbo Zhaanxiraar Abbaay kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Obbo Zhaanxiraar Abbaay magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu…
Gamtaan Awurooppaa mootummaan Ityoophiyaa rakkooleef furmaata laachuuf daandiin irra imalaa jiru…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Gamtaa Awurooppaatti Ergamtuu addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar…
Namoonni ergama badii Alshabaab fudhachuun Ityoophiyaatti bobbaafaman 6 to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Namoonni ergama badii Alshabaab fudhachuun Ityoophiyaatti bobbaafaman 6 magaalaa Finfinnee fi Oromiyaatti to'annoo jala ooluu Tajaajilli Odeeffannoo fi…
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni ijaarsarra jiran ariitiin akka xumuraman yaadachiise
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni buleeyyii fi haaraan ijaarsarra jiran barri baajataa 2014 osoo hin xumuramiin dura akka xumuraman…
Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu Instiitiyuutiin Raaga Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.…
Obbo Aganyahu Tashaagar Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa Gaanfa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar Aneet Weebar waliin…
Jiraattonni magaalaa Aggaaroo haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Aggaaroo bulchiinsaa fi qaamolee seeraa magaalichaa waliin ta’uun haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessuu…
Daballii gatii boba’aa sababeeffachuun taarifa konkolaattota qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Daballii gatii boba’aa sababeeffachuun taarifa konkolaattota tajaajila geejjiba uummataa qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi taasifamuu Ministeerri…
Jiraattooni Godina Shawaa Kaabaa aanaa Kuyyuu fi Magaalaa Garba Gurraachaa hiriira ba’uun shanee…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu fi Bulchiinsa Magaalaa Garba Gurraachaa hiriira ba'uun garee shororkeessaa Shanee fi finxaleeyyii Amaaraa…