Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni farraa Ityoophiyaa ta’e gonkumaa Ugaandaa keessa akka socho’u hin eeyyamamuuf-Ministeeraa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –Humni farraa Ityoophiyaa ta’e gonkumaa Ugaandaa keessa akka socho’u hin eeyyamamuuf jechuun Ministirri Ministeera Raayyaa ittisaa biyyaa Ugaandaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 154 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –Guyyaa har’aa balallii marsaa sadiin gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 154 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Deebitoota…
MM Abiy Ahimad, boqochuu Preezdaantii Emireetota Araba Gamtoomaniitti gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, boqochuu Preezdaantii Emireetota Araba Gamtoomaniitti gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy…
Godina Jimmaatti guyyaa har’aa dargaggootaaf tiraaktaroonni 27 laataman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti bara kana fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojii hojjetamaa tureen tiraaktaroonni qonnaa 42 dargaggootaaf dhiyaachuu Itti Gaafamaa…
Godina Wallagga Lixaatti hojjettoota Mootummaa kenna tajaajilaa danqan 880 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti hojjettoota Mootummaa kenna tajaajilaa danqan 880 irratti tarkaanfiin garaa garaa fudhatamuu Waajjirri Paablik Sarvisii fi…
Naannoo Oromiyaatti proojektiin jireenya horsiisee bultootaa fooyyessuuf hojjetamaa jiru bu’aa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bakkeewwan gammoojjiitti proojektiin jireenya horsiisee bultootaa fooyyessuuf hojjetamaa jiru bu’aa qabeessa ta’uu Biiroon Jallisii fi…
ABUT irra deebiin waraana eegaluuf sochii jalqabuun, garichi waraana malee jiraachuu akka hin…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT irra deebiin waraana eegaluuf sochii jalqabuun, garichi waraana malee jiraachuu akka hin dandeenye agarsiisa jedhan…
Gaaffileen diinagdee fi olaantummaa seeraa akka hiikamaniif Liigiin Dargagoota Paartichaa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Gaaffileen diinagdee fi olaantummaa seeraa akka hiikamaniif Liigiin Dargagoota Paartii Badhaadhinaa xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu liigichi beeksise.…
Mootummaan Naannoo Afaar ummata naannoo Somaaleef deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiise
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Afaar ummata naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiiseera.
Preezdaantiin Naannoo…
Warshaan oomisha Biqilaa Suflee Maalt Ityoophiyaa jedhamu bakka MM Abiy Ahimad argamanitti…
Warshaan oomisha Biqilaa Suflee Maalt Ityoophiyaa jedhamu bakka MM Abiy Ahimad argamanitti eebbifamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –…