Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti baatii Amajjii hanga Eeblatti namoonni miiliyoona walakkaa ol ta’an sagantaa kitaaba…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatii Amajjiirraa kaasee hanga Eeblatti hawaasni miiliyoona walakkaa ol ta’an sagantaa aadaa kitaaba dubbisuurratti hirmaataniiru.…
Obbo Awwal Aarbaan magaalaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan magaalaa Jigjigaa galaniiru.
Jilli obbo Awwal Aarbaan durfamu kun wayita magaalaa Jigjigaa ga’u…
Torbee darbe midhaan nyaataa tooniin kumni 3 jiraattoota naannoo Tigraayiif raabsame – Sagantaa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 165 naannoo Tigraay ga’uu fi midhaan nyaataa tooniin kumni 3 jiraattootaaf raabsamuu…
Bu’a qabeessummaa marii biyyoolessaaf Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa akka taasisuu…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Bu’a qabeessummaa marii biyyoolessaaf Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa akka taasisuu waajjirri qindeessaa dhaabbatichaa Ityoophiyaa ibseera.…
Namni dhuunfaa daa’imman 7 karaa seeraan alaa daddabarsaa ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaa daa’imman 7 karaa seeraan alaa daddabarsaa ture to’annaa jala ooluu Qajeelchi Poolisii Godina Beench Shakkoo beeksiseera.
Poolisiin akka…
Tajaajilli tola ooltummaa magaalaa Finfinnee bara kanaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Tajaajilli tola ooltummaa magaalaa Finfinnee bara kanaa mata duree “ tola ooltummaa waliin jireenya waaraaf” jedhuun ifatti eegaleera.
Baatiiwwan gannaa…
Naannoo Oromiyaatti taarifa geejjibaarratti sirreeffamni gatii taasifamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti taarifa geejjibaarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ejansiin Geejjibaa Oromiyaa beeksiseera.
Hogganaan ejansiichaa obbo Jamaal…
Tarsiimoon gochoota malaammaltummaa hojii abbaa seerummaarratti mul’atan ittisuu dandeessisu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Tarsiimoon gochoota malaammaltummaa hojii abbaa seerummaarratti mul’atan ittisuu dandeessisu ifoomeera.
Faayidaa tarsiimichaa fi hojiirra…
Ejansichi dhiyeessi iyyannoo mirkaneessa qabiyyee lafaa guyyaa boruu akka xumuramu ibse
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiyeessi iyyannoo mirkaneessa qabiyyee lafaa guyyaa boruu kan xumuramu ta’uu Ejansii Galmeessaa fi Mirkaneessa Qabiyyee Lafaa…
Sadarkaa raawwii waliigalteewwan Ityoophiyaa fi Biraaziil gidduutti mallatteffaman irratti waajjira…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Sadarkaa raawwii waliigalteewwan hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Biraaziil gidduutti mallatteffaman irratti seekteraalee dhimmamtoota 9 waliin…