Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taanzaaniyaatti daddabarsa namootaa seeraan alaatiin walqabatee Ityoophiyaanoota mana amalaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Jilli garee hoggantoota poolisii Taanzaaniyaa hojiiwwan jijjiirramaa Poolisii Federaalaa daawwateera.
Hoggantoonni olaanoon kunneen marii taasisaniin,…
Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota haaraa simachuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Yunivarsitiin Jimmaa guyyaa har’aa barattoota haaraa simachuu eegaleera.
Miseensootni gamtaa barattootaa 400 seensa magaalichaa afran irratti barattoota…
Dhiibbaa diinotaa qolachuun kan danda’amu oomishaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuun…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Dhiibbaa diinota keessaa fi alaa qolachuun kan danda’amu oomishaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuun ta’uu ibsameera.
Eebbifamtoonni…
Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Waliigalteen hirmaannaa daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru guddisuuf dandeessisu 6 mallatteeffameera.
Sagantaa waliigaltee…
Konfiransiin qorannoo biyyaalessaa yuunvarsiitii Jiinkaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Konfiransiin qorannoo biyyaalessaa mata duree “ hojiileen qorannoo fi qo’annoo ce’umsa beekumsaa fi misooma waaraaf” jedhuun yuunvarsiitii Jiinkaatti…
Tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf damee fayyaaf xiyyeeffannoon Kennamuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Tajaajila fayyaa qulqullina qabu fi Saffisaa ta'e kennuuf damee fayyaaf xiyyeeffannoon Kenname hojjatamuu akka qabu ibsame.
Yaa’iin barnoota fayyaa…
Korichi naannoo Oromiyaatti nyaata beelladaa raabsaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa naannoo Oromiyaatti nyaata beelladaa raabsaa jiraachuu beeksiseera.
Korichi abbootii warraa kuma 5 godina Harargee…
Ministeerichi proojektiiwwan dandamachiisa jireenya naannawaa gammoojjii irratti jila Puutlaandii fi…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii proojektiiwwan dandamachiisa jireenya naannawaa gammoojjii irratti jila Puutlaandii fi Somaaliyaa waliin…
Hojiilee dippiloomaasii haalota yeroo ilaalcha keessa galchan cimsanii hojjechuun barbaachisaa ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Hojiilee dippiloomaasii haalota yeroo ilaalcha keessa galchan daran cimsanii hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.
Bu’aa fooyya’aa galmeesisuuf…
Sagantaan eegalchiisa giddugala paabilik dippiloomaasii dhaabbilee barnoota olaanoo gaggeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Sagantaan eegalchiisa giddugala paabilik dippiloomaasii dhaabbilee barnoota olaanoo Yuunvarsiitii Haramayaatti gaggeffama jira.
Saganticharratti Dubbii…