Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan eegalchiisa giddugala paabilik dippiloomaasii dhaabbilee barnoota olaanoo gaggeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Sagantaan eegalchiisa giddugala paabilik dippiloomaasii dhaabbilee barnoota olaanoo Yuunvarsiitii Haramayaatti gaggeffama jira.
Saganticharratti Dubbii…
Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa kenna tajaajilaa darban 75 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa kenna tajaajilaa darban 75 irratti tarkaanfii bulchiinsaa fudhachuu…
Preezdaant Shimallis hoggantoota warshaalee Simmintoo naannicha keessatti argamanii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hoggantoota warshaalee Simmintoo naannicha keessatti argamanii waliin…
Dhaabbilee barnootaa olaanoo qajeelfama darban 106 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Dhaabbilee barnootaa olaanoo qajeelfama cimaa darban 24 fi qajeelfama salphaa darban 82 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 5 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 5 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 51…
Raayyaa Ittisaa cimaa Ityoophiyaa fakkaatuu fi madaalu ijaaraa jira – Jeneraal Getaachaw Guddinaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Wabii biyyaa fi Ummataa kan ta’e Raayyaa Ittisa Biyyaa cimaa Ityoophiyaa fakkaatuu fi madaalu ijaaraa jira jedhan Ajajaa olaanaan Ajaja Kaaba…
Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota haaraa 2014 ramadaman simachaa jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota haaraa bara 2014 ramadaman simachaa jiraachuu yuunvarsiitichi beeksiseera.
Sirna simannaa kanarratti Itti aantonni…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Afrikaa Bahaa fi Galaana Diimaatti ergamaa Addaa Ingiliz waliin…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Afrikaa Bahaa fi Galaana Diimaatti ergamaa Addaa Ingiliz Filiip Faarmaan…
Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samartaa Sawaasaw hoggantoota hojii Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samartaa Sawaasaw hoggantoota hojii Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ataniiru.
Samartaa Sawaasaw Komishinii Gamtaa…
Gamtaan Awurooppaa tumsa damee Siyaasaa Ityoophiyaa waliin qabu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaa waliin tumsa damee siyaasaa cimsee kan itti fufuu ta’uu Ityoophiyaatti bakka bu’aan gamtichaa Ambaasaaddar Roolaand…