Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Riqicha Laga Abbayyaarratti ijaarramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Bahaar Daaritti haala ijaarsa Riqicha Laga Abbayyaa daawwataniiru.
Riqichichi meetira 380…
Qaamoleen nageenyaa hundi dandeettii fi ga’umsa fooyya’aarratti argamu, diinni keenya kana hubachuu…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Qaamoleen nageenyaa hundi dandeettii fi ga’umsa fooyya’aarratti kan argaman ta’uu fi diinni kana hubachuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Jilli Ministir Deetaa Ministeera Indaastirii obbo Taarraqany Buliltaan durfamu indaastiriiwwan…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Indaastirii obbo Taarraqany Buliltaan durfamu indaastiriiwwan magaalaa Dirree Dawaa daawwateera.
Daawwannichi…
Magaalaa Sulultaatti meeshaaleen waraanaa seeran ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti kilaashiin 45 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuusaa QajeelchiiPoolisii Bulchiinsa Magaalichaa…
Magaalaa Sabbataatti Qonnaan bulaa fi ijoollee Qonnaan bulaaf lafti bakka bu’iinsa kenname
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Magaalaa Sabbataatti Qonnaan bulaa fi ijoollee Qonnaan bulaa sababa misoomaaf kaafamaniif lafti bakka bu'iinsa kennameera.
Bulchiinsi magaalaa…
Galteewwan ijaarsaa oomisha biyya keessaan bakka buusuuf waliigateen mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Galteewwan ijaarsaa alaa galu oomisha biyya keessaan bakka buusuuf dhaabbileen sadi waloon hojjechuu waliigateen mallatteessaniiru.
Ministeerri Magaalaa…
Ityoophiyaa fi Turki dhimmoota ittisa yakkaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Turki dhimmoota ittisa yakkaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessaniiru.
Mootummaa Ityoophiyaa fi Turki gidduutti…
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa baraattoota haaraa kuma 3 fi 200 simate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Bulee Horaa baraattoota haaraa yuunivarsiitichatti ramadaman kuma 3 fi 200 simateera.
Barattoonni gara yuunvarsitichaa…
GAONFtti bara kana Biqiltuun miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti Ashaaraa Magariisaa baranaatiif biqiltuun akaakuuwwan garaagaraa miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa'uu…
Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galaniiru.
Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee…