Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humnoota farreen Ityoophiyaa ajandaa diigumsaa uuman ittisuuf tokkummaan dhaabbachuu qabna-Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin humnoota farreen Ityoophiyaa ajandaa diigumsaa uuman ittisuuf…
Injiinar Taakkalaa Uumaan hoggantoota dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan damee albuudaatiin dhiyeessiin faayinaansii akka argamu taasisuuf hoggantoota dhaabbilee idil…
Proojektii bishaan dhugaatii godina Booranaa waggoottan 14’f lafarra harkifamuun tajaajila…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Proojektii bishaan dhugaatii godina Booranaa waggoottan 14'f lafarra harkifamuun tajaajila laachuu dhabuu jiraattoonni godinichaa himaniiru.
Proojektiin…
Naannoo Harariitti ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa ture xumurame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Naannoo Harariitti guyyoottan darbaniif qophiiwwan garaagaraatiin kabajamaa kan ture ayyaanni Shawaal Iid xumurameera.
Kabaja ayyaanichaarratti…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ityoophiyaatti hoggantoota hojii dhaabbata Yuuniiliivar waliin…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Ministir deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ityoophiyaatti hoggantoota hojii dhaabbata Yuuniiliivar waliin mari’ataniiru.…
Ministeerichi dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi itii gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu beeksiseera.…
Biirichi Konkolaachiftoota tajaajila geejjibaa ummataaf sirnaan hin laannerratti tarkaanfii kan…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee sirreeffama gatii boba’aan walqabatee konkolaattootaa fi Konkolaachiftoota tajaajila geejjibaa ummataaf…
Wal danda’uu fi wal kabajuun amantaalee gidduu ture cimee itti fufuu qaba – Dursaa Muftii…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dursaa Muftii Hajii Umar Idiriis wal danda’uu fi wal kabajuun amantaalee gidduu ture…
Duula naannoo Somaaleetti gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa Alshabaab awwaale hedduun to’atame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Duula Humni Addaa fi qaamoleen tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa waloon naannoo Somaaleetti taasiisaniin meeshaaleen waraanaa…
Ityoophiyaa Badhaate Dhaloota dhaalchisuuf lammiileen biyyattii hundi tumsuu akka qaban waamichi…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa Badhaate Dhaloota dhaalchisuuf lammiileen biyyattii hundi tumsuu akka qaban Manni Maree Diinagdee Maakroo Biyyaalessaa waamicha…