Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf taasisnu cimsinee itti fufuu qabna- Aadde Sa’adaa…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Proojeektiin Hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaa mallattoo tokkummaa fi galma badhaadhina biyyaa waan ta'eef tumsa nurraa eegamu taasisuun ijaarsa…
Diinagdeen Ityoophiyaa % 6.6 guddachuu akka danda’u raawwiin Diinagdee Maakroo baatiwwan salgan…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Diinagdeen Ityoophiyaa rakkoolee hedduu dandamachuun % 6.6 guddachuu akka danda’u raawwiin Diinagdee Maakroo baatiwwan salgan darbanii…
Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura akka argatu amantaa cimaan qaba jedhan Hogganaa…
Sagantaan xumura ayyaana Iid Shawaal magaalaa Harariitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Qaama Sagantaan “Iidaa hanga Iidaa” kan tahe xumurri ayyaana Iid Shawaal magaalaa Harariitti gaggeeffamaa jira.
Diyaaspooraawwan qabeenya tuurizimii…
Preezdaant Ordiin Badrii sagantaa manneen harka qalleeyyii haaromsuu eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Naannoo Harariitti Obbo Ordiin Badrii sagantaa manneen harka qalleeyyii haaromsuu eegalchiisaniiru.
Preezdaantichi fuula miidiya hawaasa…
Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa damee Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshiniirratti waliin…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa damee Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshiniirratti waliin
hojjechuuf dhimmoota dandeessisan irratti waliigaltee…
Jilli Mootummaa Ityoophiyaa dhimmoota tumsa seeraan walqabataniirratti mootummaa Turkii waliin…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Haqaa obbo Alam’aantee Agidawuun durfamu dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’achuuf Turk magaalaa…
Waktii Gannaa keessa manneen harka qalleeyyii kuma 3 fi 400 haaromsuuf karoorfame – Aadde…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Waktii Gannaa keessa manneen harka qalleeyyii kuma 3 fi 400 haaromsuuf karoorfame hojiitti galamuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen…
Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 4.5 ol kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jira- BQO
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 4 fi kuma dhibba5 ol kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Jallisii bonee marsaa lamaan lafti heektaarri kumni dhibbi 6 qamadiin uwwifameera- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jallisii bonee marsaa lamaan lafti heektaarri kumni dhibbi 6 qamadiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar…