Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Himatamaan gama miidiyaa hawaasummaa oduu sobaan maqaa namootaa xureessuun himatame adabame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Himatamaan miidiyaa hawaasummaarratti suuraa namootaa maxxansuun oduu sobaan maqaa gaarii namootaa xureessuunii fi arrabsuun himatame hidhaan adabamuu…
Naannoo Oromiyaatti Proojeektiiwwan tajaajila bishaan dhugaatii 82 hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Proojeektiiwwan tajaajila bishaan dhugaatii 82 idileen hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa beeksise.
Bara…
Obbo Aganyahu Tashaagar Naannawaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti bakka buutoota Baankii Addunyaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar Naannawaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti bakka buutoota Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru.…
Godina Harargee Lixaatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta’an 1094 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) –Godina Harargee Lixaatti hojjattoota mootummaa kenna tajaajilaa irratti danqaa ta’an kuma 1 fi 94 oliirratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Pablik…
Magaalaa Shaashammanneetti xaa’oo kuntaala 300 irraa kiiloo giraamni 5 hanga 39 hir’ifamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashammanneetti xaa’oo kuntaala 300 irraa kiiloo giraamni 5 hanga 39 hir’ifamuu ibsameera.
Ejansiin babal'ina Waldaalee…
Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar gale
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Atse Teewoodiroos ga’u hoggantoonni olaanoon…
Lammiileen kumni 1 fi 33 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 33 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee…
Garaagarummaa keenya fudhannee biyya keenya ijaaruu qabna- obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Garaagarummaa keenya fudhannee biyya keenya ijaaruu qabna jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon.
Mariin paanaalii…
Oromiyaatti sagantaa gaggeessitoota gahoomsuu manneen barnootaa 8 irratti jalqabe manneen barnootaa…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaan gaggeessitoota gahoomsuu manneen barnootaa 8 irratti jalqabe manneen barnootaa 192tti babal'achuun himameera.
Sagantachi…
Qorannoo saayinsaawaa beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Qorannoo saayinsaawaan beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu hayyoonni…