Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan ittisaa miilla isaa lamaan akka dhaabbatuuf ogeeyyiin fayyaa ga’ee olaanaa…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Raayyaan ittisaa miilla isaa lamaan akka dhaabbatuuf ogeeyyiin fayyaa ga’ee olaanaa ba’achuu Ittaanaan Itaamaajor Shuumii Waliigalaa Humna Waraanaa…
Injiifannoon Diree waraanaa Saambee sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Goreetti kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Injiifannoon Diree waraanaa Saambee waggoota 81 booda sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Goreetti kabajamaa jira.
Sirnicharratti agarsisni gara garaa…
Jilli Dooktar Ergoogee Tasfaayeen durfamu haala hongee naannoo Somaalee ilaaluuf Godee gale
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen durfamu haala hongee naannoo Somaalee ilaaluuf Godee galeera.…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin tarminaal kuusaa boba’aa waliin misoomsuuf waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin waliigaltee tarminaal kuusaa boba’aa waliin misoomsuuf isaan dandeessisu waliif mallatteessuu ibsame.
Terminaalichi naannawa…
Godina Shawaa Bahaatti mariin haala yeroo irratti Xiyyeeffate taa’amaa jira
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti mariin haala yeroo irratti Xiyyeeffate Abbootii Gadaa, Abbootii Amantaa fi Jaarsolii Biyyaa hirmaachise taa'amaa jiraachuu…
Gootummaan ofii olitti kaayyoo guddaadhaaf, nageenyaa fi tasgabbii biyyaa fi ummataatiif…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee fi Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon guyyaa yaadannoo goototaa 81ffaa…
Ityoophiyaan waraana hunda injifannoon xumurteetti- TKM
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Diinonni Ityoophiyaa qabeenya yookaan dhimma isheerratti waraana isheerratti bananus waraanota hunda injifannoon xumuruu Tajaajilli Koominikeeshinii…
Ministeerichi qindeessitoota buufataalee kenniisa tajaajilaa giddugala tokkoo waliin waltajjii marii…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa qindeessitoota buufataalee kenniisa tajaajilaa giddugala tokkoo waliin waltajjii marii biyyaalessaa gaggeessaa jira.…
Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin dhaabachuudha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa goototaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa goototaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…