Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaalee diinagdee cimsuun lammilee hojii barbaaduuf biyya hambaatti godaanuun rakkoof saaxilaman…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Waldaalee diinagdee cimsuun lammilee hojii barbaaduuf biyya hambaatti godaanuun rakkoof saaxilaman baraaruun kan danda'amu ta'uu Hogganaan Biiroo Dhimma…
Hokkora guyyaa kaleessaa Dirree Dawaatti uumameen wal qabatee shakkamtoonni 89 to’annoo jala…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Hokkora guyyaa kaleessa magaalaa Dirree Dawaatti uumamee ilaalchisee Biiroon Kominikeeshinii magaalichaa ibsa laatera.
Guyyaa keessaa hariiroo gaarii…
Magaalaa Finfinneetti Kilaash Kooviin 10 qoraan keessa dhokfamuun mana duuba ture to’atame
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Kilaash Kooviin 10 qoraan keessa dhokfamuun mana duuba ture to'atamuu Poolisiin magaalichaa ibseera.
Eeruu argame bu'uura…
Ayyaanni Iid Alfaxiir sodaa nageenyaa malee akka kabajamuuf qophiin barbaachisu xumurame –…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir sodaa nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisu xumuruu Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa beeksiseera.…
Aadde Adaanach Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma 101f maaddii qoodaniiru.…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun lammiilee kuma 12f deeggarsi…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma 12f deeggarsi miidhaan…
Baankiin Awaash dameen Jimmaa Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash dameen Jimmaa Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun harka qalleeyyii 110f deeggarsa garaagaraa taasiseera.
Baankichi namoota 110f Zayita…
Garaagarummaan amantaa dallaa nutti ta’ee hin beeku! – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen sagantaan Afxiraa Daandirraa guddichi nagaan akka xumuramu qaamolee qooda olaanaa gumaachan…
MM Abiy Ahimad ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajoota Waldiyaatti…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajoota Kibbaa, Bahaa, 6ffaa fi 8ffaa Waldiyaatti…