Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muway Kiibaakii Ityoophiyaaf michuu dhugaa turan-Preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sagantaa gaggeessaa reeffa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamaniiru.
Saganticharratti…
Jiraattoonni aanolee Dirree Incinnii fi Dagam hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinnii fi Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagam hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Balallii marsaa sadiin Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaa 12 daa’imman yoo…
Yakka Yakka biroon sirreessuuf yaaluun al-seerummaadha- Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Yakka Yakka biroon sirreessuuf yaaluun al-seerummaa ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibseera.
Yaa’ichi ibsa guyyaa har’aa laateen yakka…
Amantaa daheeffachuun haleellaa finxaaleeyyiin raawwataniif obsa hin qabnu-Bulchiinsa Mootummaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Amantaa daheeffachuun haleellaa finxaaleeyyiin raawwataniif obsa kan hin qabne ta’uu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Uummattoota Kibbaa beeksiseera.…
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan nagaan xumuramuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksise.
Hogganaan biirichaa obbo…
Ministeerri Hojii fi Ogummaa naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 54tti tilmaamamu taasiise
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa dhaabbilee Teeknikaa fi Ogummaa naannoo Afaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 54tti…
Jeneraal Dammallash Gabramikaa’el Ministira Dhimma Keessaa Faransaay fi Keeniyaatti hogganaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa’el Ministira Minsteera Dhimma Keessaa Faransaay Jiin Kiristoof fi Keeniyaatti…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7 qonnaan bultootaaf raabsame- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Xaa’oo kuntaalli miiliyoona 7 qonnaan bultootaaf raabsamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Bara oomishaa 2014 fi 15’f hanga ammaatti xaa’oo kuntaalli…
Sochii walitti bu’iinsa naannolee biraatti babal’isuuf taasifamuuf mootummaan goonkumaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Gochaa qaaneessaa magaalaa Goondaritti uumame iddoolee birootti babal’isuuf hojiin hojjetamaa jiru Amantaa Kiristiyaanaa birattis ta’e Islaamaa…