Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti xaa’oon uumamaa meetirik kiyuubiin miiliyoonni 40.9 ol qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti xaa’oon uumamaa meetirik kiyuubiin miiliyoonni 40 fi kumni dhibbi 9 ol qophaa’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biiroo…
Aanaa Ganjii Qollaalaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Godina Goojjam Lixaa aanaa Aanaa Ganjii Qollaalaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbeera.
Balichi guyyaa har’aa konkolaataan poolisii…
Godina Shawaa Lixaatti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaatti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffameera.
Shanee ajjeesuu fi saamuu malee ajandaa siyaasaa tokkollee…
Obbo Dammaqaa Makonnin preezdaantii Faawundeeshinii Biil fi Miiliindaa Geets waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin preezdaantii dhaabbata misoomaa idil addunyaa Faawundeeshinii…
Magaalichatti lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 40 fi 638’f carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 9 darbanitti lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 40 fi 638 carraan hojii uumamuu bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Magaalaa Galaaniitti oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf hojiin jallisiitti fayyadamuun hojjetamaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Galaaniitti oomishaa fi oomishtummaa qonnaa dabaluuf hojii jallisiitti fayyadamuun hojjetamaa jiru abdachiisaadha jedhameera.…
Abbaan Taayitichaa Daandii qilleensichaa amanamaa fi filatamaa taasisuuf ga’ee isaa ba’achuu qaba…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aveeyishinii Ityoophiyaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa amanamaa fi filatamaa taasisuuf ga’ee isaa ba’achuu akka qabu ibsameera.…
Proojektiin madda anniisaa hurkaa Aluutoo Laangaanoo yaalii oomishaa eegale
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Proojektiin madda anniisaa hurkaa Aluutoo Laangaanoo yaalii oomishaa eegaluu ibsame.
Proojektichi boolla madda anniisaa afur qotamu keessaa tokko…
Baankiin Awaash horsiisee bultoota godina Gujii hongee fi rakkoo nageenyaatiin miidhamaniif…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)– Baankiin Awaash horsiisee bultoota Godina Gujii sababa hongee fi rakkoo nageenyaatiin rakkoolee garaagaraan saaxilamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii…
Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa sirreeffamtoota amalaa hojii misoomaa irratti hirmaachisaa jira
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)– Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa sirreeffamtoota amalaa hojii misoomaa irratti hirmaachisaa jira.
Manni amala sirreessaa Godina Jimmaa…