Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen barnootaa 96 rakkoo nageenyaatiin hojii baruu fi barsiisuu addaan kutanii turan hojii…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti manneen barnootaa 96 sababa rakkoo nageenyaa garee shororkeessaa Shaneen uumameen hojii baruu fi barsiisuu addaan kutanii…
Hariiroon Ityoo- Keeniyaa faayidaa diinagdee qabatamaa argamsiisaa jira- Ambaasaaddar Mallas Alam
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Hariiroon Ityoo- Keeniyaa faayidaa diinagdee qabatamaa argamsiisaa jiraachuu Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mallas Alam ibsan.…
Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaanni 3ffaan…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaanni 3ffaan Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…
Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu itti fufeera
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Balalli ganama har’a taasifameen daa’imman 101 dabalate lammiileen 441 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uusaanii Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Dhaabbileen Chaayinaa Ityoophiyaatti damee albuudaarratti akka bobba’aniif waliigalteerra ga’amuu…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Chaayinaa haaraan Ityoophiyaatti damee albuudaarratti akka bobba’aniif waliigalteerra ga’amuu ibsameera.
Ministirri Ministeera Albuudaa…
Manni Kitaabaa Abrihoot fayyadamtootaan jaallatamaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Manni Kitaabaa Abrihoot fayyadamtootaan jaallatamaa dhufuu ibsameera.
Bu’uuraaleen misoomaa mana kitaabichaa miidhagoo, ammayyaa’oo fi mijatoo…
ABUT deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayiin akka hin qaqqabneef rakkoo uumaa jira- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayii qaqqabsiisuuf tattaafii taasifamaa jiruurratti rakkoo uumaa jiraachuu Dubbi Himaan…
Hojiiwwan tumsa misoomaa Ityoophiyaa fi Ameerikaarratti mariin taasifame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee hojiiwwan tumsa misoomaa Ityoophiyaa fi Ameerikaarratti mari’achuu beeksisaniiru.
Ministirichi…
Dhaabbileen Amantaa duudhaalee waliin jireenyaa fi nageenyaa caalaatti cimsuuf gamtaan hojjechuu…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Amantaa duudhaalee waliin jireenyaa fi nageenyaa caalaatti cimsuuf gamtaan hojjechuu akka qaban waamichi dhiyaateera.
Bulchiinsi…
Magaalaa Finfinneetti dubartootaa fi daa’imman harka qalleeyyii ta’aniif nyaata dhiyeessuuf…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dubartoota ulfaa, hoosisaan, haadholii fi daa’imman harka qalleeyyii ta’aniif nyaata dhiyeessuuf waliigalteen mallattaa’eera.…