Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin qilleensichaa imaltoota ‘Iid hanga Iid gara biyyaa’ jedhuuf % 20 hir’ina taasise
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Waamicha gara biyyaa galuu guddicha kutaa 2ffaa kan ta’e ‘Iid hanga Iid gara biyyaa’ jedhuu fudhachuun lammiilee, dhalattootaa fi michuuwwan…
Naannoo Oromiyaatti damee qonnaatin dargaggoota kuma 400 fi 32’f carraa hojii uumame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Hojii misooma qonnaarratti dargaggoota kuma 400 fi 32'f carraan hojii uumamuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Abarraa Warquu FBC'f…
Sirni sagantaa deebiisanii dhaabuu dhaabbilee hawaasummaa sababa waraanaan miidhamani gaggeeffamaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Sirni sagantaa deebiisanii dhaabuu dhaabbilee hawaasummaa sababa waraanaan miidhamani gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Sirni sagantaa jalqabsiisuu…
Mootummaan Saa’uud Arabiyaa ijaarsa dijiitaalaa hundagaleessaa Ityoophiyaatiif deeggarsa akka…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Mootummaan Saa’uud Arabiyaa ijaarsa dijiitaalaa hundagaleessaa Ityoophiyaatiif deeggarsa kan taasisuu ta’uu beeksiseera.
Workshooppiin manni maree…
Karoorri oomisha qamadii biyya alaatif erguuf qabame akka milkaa’u agarsiistuuwwan…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Karoorri oomisha qamadii biyya alaatif erguuf qabame akka milkaa'u agarsiistuuwwan mul'ataa jiraachuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Abarraa…
USAID Ityoophiyaa dabalatee biyyoota sadiif deeggarsa doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 14…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ Gaanfa Afrikaatti hongee muudateen walqabsiisee doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 14…
Mariin nageenyaa qaamolee haqaa hirmaachisee waajjirra Caffee Oromiyaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Mariin nageenyaa qaamolee haqaa hirmaachisee waajjirra Caffee Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.
Mariin nageenyaa qaamolee haqaa hirmaachise kun, rakkoo…
Miseensoota boordii Dhaabbilee Miidiyaa Ityoophiyaaf muudamni laatame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Abbaa Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa hundeessuuf bu’uura labsii lakkoofsa 1238/2ዐ13 ba’een miseensoonni boordichaa muudamaniiru.
Bu’uruma kanaan:-…
Addis Wag mata duree ‘maddoota qaala’insa jireenyaa fi tarkaanfiiwwan furmaata” jedhurratti…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Waajjira Muummee Ministiraatti Prees Seekreetariiyaatiin kan qophaa’u Addis Wag mata duree ‘maddoota qaala’insa jireenyaa fi tarkaanfiiwwan furmaata''…
Hoggantoonni olaanoon Komishinii Marii Biyyoolessaa Af Yaa’ii obbo Taaggasaa Caafoo waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Komishinarri olaanaa Komishinara Marii biyyoolessaa Proofeesar Masfiin Ari’ayaa fi itti aantuun komishinirri Hiruut Gabrasillaasee Af Yaa’ii obbo…