Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa walga’ii gaggeessaa jiruun dursaan qaboo…
Obbo Ahimad Shidee Korporeeshiniin maallaqaa Idil Addunyaa damee dhuunfaa guddisuuf deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Korporeeshiniin maallaqaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti damee dhuunfaa guddisuuf deeggarsa taasisaa…
Godina Harargee Bahaatti proojektonni bu’uraalee misoomaa 232 xumuramu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti bara baajata 2014ti proojektonni bu'uraalee misoomaa 390 hojjetamaa jiran keessaa 232 xumuramu ibsameera.
Godinichatti…
Magaalaa Bulee Horaatti proojektiin ijaarsa Siidaa Bariisoo Dukkallee Birrii miiliyoona 8.4 ijaaramu…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Bulee Horaatti proojektiin ijaarsa Siidaa Bariisoo Dukkallee Birrii miiliyoona 8.4 ijaaramu eegaleera.
Ijaarsi proojektii siidaa nama…
Walitti hidhamiinsi gabaa Oro-Fresh shammattoonni oomishaalee gatii madaalawaan akka argatan…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Walitti hidhamiinsi gabaa Oro-Fresh shammattoonni oomishaalee gatii madaalawaan akka argatan taasisuu ibsameera.
Faanaa Broodkaastiing Korporeet…
Lammiileen kumni 1 fi 103 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 103 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaa Riyaadii fi Jiddaa…
Ragaaleen sobaa baayyachuun kenniinsa tajaajilaarratti qormaata ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Waraqaa Eenyummaa, waraqaa raga cidhaa fi kaartaa qabiyyee lafaan walqabatee ragaaleen sobaa baayyachuun kenniinsa tajaajilaarratti qormaata ta’uu…
Gabaasa waloo Aministii Intarnaashinaalii fi Dhaabbanni mirga namoomaa baasan irratti Mootummaan…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Gabaasa waloo Aministii Intarnaashinaalii fi Dhaabbanni mirga namoomaa baasan irratti Mootummaan Ityoophiyaa ibsa laateera.
Mootummaan qabiyyee…
Ministeerichi magaalota 22 keessatti meeshaawwan qisaasama bishaanii hir’isan dhaabsisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii magaalota 22 keessatti meeshaalee ammayyaa qisaasama bishaanii hir’isan, yaa’iinsa bishaanii safaranii fi to’atan…
Jiraattonni magaalaa Sulultaa daandiin keessa keessaa waggoota 40 dura ijaarame suphaa dhabuun…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Sulultaa ganda Qaasoo Wasarbii daandiin keessa keessaa waggoottan 40 dura buufata saatalaayitii Sulultaaf ijaarame suphaa dhabuun…