Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattonni magaalaa Sulultaa daandiin keessa keessaa waggoota 40 dura ijaarame suphaa dhabuun…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Sulultaa ganda Qaasoo Wasarbii daandiin keessa keessaa waggoottan 40 dura buufata saatalaayitii Sulultaaf ijaarame suphaa dhabuun…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 5 fudhan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota haaraa muudamanii biyyoota 5 fudhaniiru.
Haaluma kanaan xalaayaa muudamaa…
Gaaffilee waltajjiiwwan uummataarratti ka’an deebisuuf hoggansi xiyyeeffannoo kennee hojjechuu qaba-…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Gaaffilee waltajjiiwwan uummataa naannichatti gaggeeffaman irratti ka’an deebisuuf hoggansi xiyyeeffannoo kennee hojjechuu akka qabu Waajjirri Paartii…
Woork Shooppiin proojektii misoomaa dhaabbilee barnoota olaanoorratti gaggeeffamu banamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Woork Shooppiin proojektii misoomaa dhaabbilee barnoota olaanoorratti gaggeeffamu banamuu ibsameera.
Woork Shooppichi guyyoota lamaaf kan turu ta’uu…
Rasaasni seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 13 fi 842 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Rasaasni seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 13 fi 842 to’atamuu ibsame.
Konkolaataan fe’umsaa ISUZUn lakkoofsi gabatee isaa AA49819 ta’e rasaasa…
Qonna Arfaasaa fi jallisii marsaa 2ffaan lafa hektaara kuma 353 irratti qamadii misoomsuuf…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Qonna Arfaasaa fi jallisii marsaa 2ffaan lafa hektaara miliyoona 1.2 misoomsuuf karoorfame keessaa lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 53 irratti…
Magaalichatti manneen jireenya waliinii xumuruun fayyadamtootaaf dabarsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti manneen jireenya waliinii xumuruun fayyadamtootaaf dabarsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Waliigalteen teeknooloojii damee jallisii guddisuu fi humna namaa ogummaa qabu oomishuuf dandeessisu…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Waliigalteen teeknooloojii damee jallisii guddisuu fi humna namaa ogummaa qabu oomishuuf dandeessisu mallatteeffameera.
Waliigaltichi Ministeera…
Humni Waloo Ministirootaa hojiilee qorannoo fi deebisanii dhaabuu hanga ammaatti hojjetaman…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Humni Waloo Ministirootaa hojiilee qorannoo fi deebisanii dhaabuu hanga ammaatti hojjetaman gamaaggameera.
Humnichi hojiilee koreewwan isa jalatti…
Magaalichatti gaaffilee uummatarraa ka’an deebisuuf gara hojiitti galamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti mariiwwan uummata waliin taasifamaa turaniin gaaffilee waqtaawoo fi barbaachisoo uummatarraa ka’an qophii addaa taasisuun yeroo…