Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Sagantaan duula qonna magaalaa dargaggootaa biyyaalessaa eegalchiisuu magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Kongransiin Ameerikaa wixineewwan seeraa Ityoophiyaarratti dabarsuuf ture yeroof akka hin raggaane…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Kongransiin Ameerikaa wixineewwan seeraa HR6600 fi S3199 Ityoophiyaarratti dabarsuuf ture yeroof akka hin raggaane murteessuu gabaafame.
Wixineewwan…
Aanaa Guutoo Giddaa ganda Gaarii keessatti rasaasni kumni 1 fi 103 Shaneef geejjibsiifamaa ture…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa ganda Gaarii keessatti rasaasni Bireenii 518 fi rasaasni Kilaashii 585 waliigala rasaasa kuma 1 fi 103…
Godina Booranaatti hanqina margaa furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Sababa hongeen hanqina margaa furuuf misooma margaarratti xiyyeeffachuun hojjetamaa jira.
Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti margi lafti heektaarri…
Qaamolee qaala’iinsa jireenyaa hammeessan kuma dhibba 1 fi kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Qaamolee seeraan ala qaala’iinsa jireenyaa hammeessan kuma dhibba 1 fi kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo…
Abbootiin Alangaa fi Poolisiin hojiimaata qindaa’aa cimsuun waliin hojjechuu qabu- Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Abbootiin Alangaa fi Poolisiin hojiimaata qindaa’aa cimsuun waliin hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos…
Aanaa Geeraatti giddugalli xaa’oo uumamaa Woorm kompostiirraa qopheessu ijaarame eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Geeraatti giddugalli Woorm kompostiirraa xaa'oo uumamaa qopheessu Birrii miiliyoona 2.6 oliin ijaarame eebbifameera.…
Koreen Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa buqqaatota naannoo Affaaritti argaman kuma 9’f deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Koreen Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa buqqaatota naannoo Affaaritti argaman kuma 9’f deeggarsa adda addaa taasisaniiru.
Deeggarsichis…
Ministeerri Qonnaa Biirolee Qonnaa naannolee fi dhaabbilee itti waamamoof deeggarsa konkolaattootaa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Biirolee Qonnaa naannolee fi dhaabbilee itti waamamoof dhaabbilee tumsiitoota garagaraarra kan argate deeggarsa konkolaattootaa 80…
Hanqina xaa’oo biyyoo xaa’oo uumamaan bakka buusuuf hojjetamaa jira- Hoggantoota Biirolee Qonnaa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Hanqina xaa’oo biyyoo xaa’oo uumamaan bakka buusuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jiraachuu hoggantoonni Biirolee Qonnaa naannolee…