Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina xaa’oo biyyoo xaa’oo uumamaan bakka buusuuf hojjetamaa jira- Hoggantoota Biirolee Qonnaa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Hanqina xaa’oo biyyoo xaa’oo uumamaan bakka buusuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jiraachuu hoggantoonni Biirolee Qonnaa naannolee…
Uummanni Oromoo fi Sidaamaa Uummata Obbolaa muuxannoo waliin jireenyaa bara dheeraa qabanidha- Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Uummanni Oromoo fi Sidaamaa Uummata Obbolaa muuxannoo waliin jireenyaa bara dheeraa qabanidha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Waamichi Iidiin waliin akka kabajnuuf taasifame carraa seena qabeessa tokkummaa keenya itti…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Waamichi guutuu addunyaarraa bakka tokkotti dhufnee ayyaana Iidiin waliin akka kabajnuuf taasifame carraa seena qabeessa tokkummaa fi wal tumsuu keenya…
Obbo Dammaqaa Makonnin deeggarsi lammiilee balaawwan uumamaa fi namtolcheen miidhamaniif taasifamu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin deeggarsi namoomaa lammiilee balaawwan uumamaa fi namtolcheen…
Suphaan daandii Adaamaa-Awaash- Mi’eessoo eegale
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Qaama daandii Ityoo- Jibuutii kan ta’e suphaan daandii kiiloomeetira 60 Adaamaa-Awaash- Mi’eessoo eegaluu ibsame.
Faayidaa diinagdee fi hawaasummaa…
Magaalichatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa 1tti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsame.
Balichaan barattoota 2 dabalatee…
Wabii nyaataa mirkaneessuuf qonna magaalaa cimsuun murteessaadha- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) –Wabii Nyaataa fi nyaata madaalawaa mirkaneessuuf qonna magaalaa cimsuun murteessaadha jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Ambaasaaddar Mallas faayidaa Proojektiin Laamuu Ityoophiyaaf qabu ilaalchisee hojii raawwachiisaa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alem faayidaa Proojektiin Laamuu Ityoophiyaaf qabu ilaalchisee hojii raawwachiisaa olaanaa…
Mareen biyyaalessaa akka milkaa’u hawaasni Siiviilii itti gaafatamummaa isaanii ba’uuf qophaa’uu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa akka milkaa’u hawaasni Siiviilii itti gaafatamummaa isaanii ba’uuf qophaa’uu akka qaban Gamtaan Dhaabbilee Mirga…
Finxaaleessummaan aantee hin qabu! – BMNO
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa Saba fedhe keessaa yoo ba’e ilaalchii fi gochi finxaaleessummaa farra ummataati jedhee kan amanu ta’uu ibseera.…