Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Awaash aanaalee Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash hawaasa aanaalee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Boqolloo kuntaala Kuma 2 taasise.
Baankichi hawaasa godinichaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyyaa magaalaa Jiddaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 270 guyyaa ha’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.…
Liigiichi lammiilee sababa waraanaan buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 20 caalu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Liigiin Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee lammiilee sababa waraanaan buqqa’anii deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 20 fi…
Preezdaant Musxafee Mahaammad qaamolee nageenyaa naannichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad koree olaanoo qaamolee nageenyaa fi hoggantoota bulchiinsa magaalaa Jigjigaa waliin …
Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Dabra Seenaatti Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atamuu ibsameera.
Tajaajila…
Namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atamuu Poolisiin beeksise.
Namni…
Preezdaant Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataaniiru.
Daawwannicharratti preezdaanticha dabalatee…
Waliigalteen gaaffii bu’uuraa hojii barbaaddota magaalaa furuu dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Waliigalteen gaaffii bu’uuraa hojii barbaaddota magaalaa keessatti daran dabalaa dhufe furuu dandeessisu mallatteeffameera.
Waliigaltichi Ministeera…
Jilli obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwateera.
Daawwannicharratti Obbo Ahimad…
Ministeerri Galiiwwanii lammiilee Waaghimraatti qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii lammiilee bulchiinsa saba Waaghimraatti qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa nyaataa fi uffataa Birrii…