Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Qonnaa arfaasaa…
Jilli Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa’a Saqqaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa'a Saqqaa daawwateera.
Daawwannicharratti daayrektarri Olaanaa Abbaa…
Chaayinaan deeggarsa damee Indaastirii Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Chaayinaan deeggarsa damee Indaastirii Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyuuwaan…
MM Abiy Ahimad Waliigaltee humnoota Sudaan Kibbaa gidduutti raawwatame dinqisiifatan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waliigaltee humnoota Sudaan Kibbaa gidduutti raawwatame dinqisiifataniiru.
Hoggantoonni humnoota Sudaan Kibbaa…
Odeeffannoon bulchiinsi magaalichaa ‘mana barumsaa Yaareed diiguufi’ jechuun…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee odeeffannoon 'Manni Barumsaa Yaareed diiggamuuufi' jechuun tamsaa'aa jiru olola sobaa ta'uu beeksise.
Qaamoleen tokko…
Sarara daddabarsa elektirikaa Awaash lakkoofsa 2 irraa gara Asallaa diriirfamerratti saamicha…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Awaash lakkoofsa 2 irraa gara Asallaatti sarara abbaa kiiloo vooltii 132 diriirfame irratti saamicha utubaa raawwatameen tajaajilli humna Elektirikaa…
Aanaa Qumbiitti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) –Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin Godinichaa beeksiise.
Konkolaataan Fe'umsaa Isuzu…
Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Barattoota 270 gosa barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Barattoonni Yuunvarsiitii Aksum, Addigraatii fi Waldiyaa sababa rakkoo nageenyaan barnootaa isaanii Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddootti hordofaa turan…
Naannoo Indaastirii Qaallittiitti Warshaa Huccuu Eeliyaasirra balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Indaastirii Qaallittiitti Warshaa Huccuu Eeliyaasirra balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 50 olitti tilmaamamu…
Waldaalee xixiqqaa gara guddattuu giddu galeessaatti cee’aniif badhaasnii fi beekkamtiin…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Biiroon carraa hojii uumuu fi ogummaa Oromiyaa Sirna cee'umsa waldaalee IMX marsaa 12ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti dhaadannoo"ce'umsi…