Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ristuu Yirdaaw Proojektoota misoomaa Godina Guraageetti hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw Proojektoota misoomaa Godina Guraageetti Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 83.5…
Deeggarsi namoomaa Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa erge naannoo Tigraay ga’e
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Deeggarsi namoomaa meeshaalee yaalaa, midhaan nyaataa fi meeshaalee Bishaan calalanii Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaan ergame naannoo Tigraay ga'uu…
Mariin dambii bulchiinsa Majiliisaarratti taasiifame milkiin xumurame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Mariin dambii bulchiinsa Majiliisaarratti taasiifame waliigaltee waloorra ga'uun milkiin xumuramuu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa…
Jilli Obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaatin durfamu godina Silxeetti projektoota misoomaa daawwataniiru.
Preezdaanticha dabalatee…
MM Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree ‘Ajaja Kaabaa…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree 'Ajaja Kaabaa ganame' jedhuun barreeffame…
Qormaantileen biyya keenya mudatan injifannoo caaluuf nu si’eessu malee kan nu…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Itti Aanaan Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii qormaatileen biyya keenya mudatan injifannoo caaluuf nu si'eessu malee kan nu…
Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarse
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 7ffaa gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarsuu beeksiseera.
Manni Marichaa guyyaa har’a walga’ii idilee…
Poolisiin Federaalaa bakka buutoota Intarpool waliin dhimmoota yakkoota idil addunyaa ittisuun…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa bakka buutoota Intarpool waliin dhimmoota yakkoota idil addunyaa ittisuun danda’amurratti mari’ateera.
Komishinarri Ittaanaa…
Mootummaan tarkaanfiiwwan qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf dandeessisan fudhata jira-TKM
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Mootummaan tarkaanfiiwwan qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf dandeessisan fudhata jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.…
Ityoophiyaan Waltajjii Fooramii Ministiroota Dhimma Godaansaa dura taa’ummaan akka hoggantuuf…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Waltajjii Fooramii Ministiroota Dhimma Godaansaa dura taa’ummaan akka hoggantuuf filatamteetti.
Ityoophiyaan Waltajjii Fooramii…