Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni gaggeessaa reeffa Gameessa Qabsoo Jaal Galaasaa Dilboo raawwatamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Gameessa Qabsoo Jaal Galaasaa Dilboo raawwatamaa jira.
Reeffi isaanii mana jireenya isaanii naannoo CMC jedhamu irraa gara…
Poolisiin Federaalaa adeemsa jijjiirramaa fi babaldhina teeknooloojii eegalee galmaan ga’uuf waloon…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa adeemsa jijjiirramaa fi babaldhina teeknooloojii eegalee galmaan ga’uuf waloon ni hojjenna jechuun Barreessaa Olaanaan Mootummoota…
MM Abiy Ahimad balaa ibiddaa giddugala gabaa Hargeessaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa ibidda giddugala gabaa Hargeessaatti miidhaa qabeenyaa lammiileerratti qaqqabeen gadda itti dhaga’amee…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii Miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 71 olitti tilmaamaman…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii Miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 71 olitti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Komishinii Gumurukaa beeksiseera.…
Jilli Dooktar Yiliqaal Kaffalaatin durfamu proojektii Gorgoraa daawwataa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaatin durfamu proojektii Gorgoraa daawwataa jira.
Daawwannichaan Dooktar Yiliqaal…
Baga waggaa 11ffaa dhagaa bu’uuraa ijaarsa proojektii Hidha Haaromsaa Guddichaa itti kaa’ameen…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin waggaa 11ffaa dhagaa bu’uuraa ijaarsa proojektii Hidha…
Ityoophiyaan Sudaan Kibbaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf adda durummaan hojjechaa turteerti-…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Sudaan Kibbaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf adda durummaan hojjechaa turuu Preezdaantiin biyyattii Saalvaa Kiir ibsaniiru.
Jilli…
Waqtii Ramadaanaan lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuun barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasni musiliimaa waqtii sooma Ramadaanaa kanatti lammiilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman akka yaadatu…
Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan boru ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan guyyaa boru Bitootessa 24, 2014 ni eegala.
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ibsa Faanaa…
Ityoophiyaatti tattaaffiin deeggarsa namoomaa dhiyeessuu fi nageenya mirkaneessuuf taasifamu kan…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti tattaaffiin deeggarsa namoomaa dhiyeessuu fi nageenya mirkaneessuuf taasifamu kan dinqisiifatamu ta’uu Gamtaa Awurooppaatti ergamtuun…