Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Awaash lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata Birrii miiliyoona 45tti…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata Birrii miiliyoona 45tti tilmaamamu taasiseera.
Baankichi naannoo Oromiyaatti…
Aadde Adaanach Abeebee daayreektara olaantuu Fandii Misoomaa Kaappitaala DHMG waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee daayreektara olaantuu Fandii Misoomaa Kaappitaala DHaabbata Mootummoota Gamtoomanii Priitii…
Dhaabbilee miidiyaa amantaaf Wiixata irra eegalee eeyyamni tamsaasa ni kennama – Abbaa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Dhaabbilee miidiyaa amantaaf Wiixata irra eegalee eeyymni tamsaasa kan kennamu ta’uu Abbaan Taayitaa Midiyaalee Ityoophiyaa beeksise.
Abbaan…
FBC’n Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin leenjii laachuuf sanada waliigaltee mallateesse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaasting Koorporeet Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin leenjiiwwan ijaarsa dandeetti laachuuf sanada waliigaltee…
Barreessaa Olaanaan IGAD boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoot Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoohu boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti…
Magaalaa Sabbataatti Fooramiin Abbootii Qabeenyaa fi Mootummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Magaalaa Sabbataatti Fooramiin Abbootii Qabeenyaa fi Mootummaa walitti fidee gaggeeffamaa jira.
Fooramichaanis gaheen Abbootii qabeenyaa misooma…
Manni Maree naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi…
Ityoophiyaan Yaa’ii idil addunyaa Dubaayitti gaggeeffamaa jiruurratti hirmaata jirti
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaa yaa’ii mootummoota idil addunyaa Dubaayiitti gaggeeffamaa jiruurratti…
Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan turu…
Caffeen Oromiyaa boqachuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Qabsaa’aan Oromoo gameessi, Hayyuu Dureen ABO duraanii Jaal Galaasaa Dilboo boqachuu isaanitti gadduu ibseera.
Qabsaa’aan…