Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaatti waktii gannaa kanaan qamadii hektaara kuma 12 facaasuuf hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) –Godina Booranaatti waktii gannaa kanaan qamadii hektaara kuma 12 facaasuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksisee jira.
Hojiin…
Gaaffiin daangaa fi eenyummaa Raayyaa bu’uura heeraa mootummaatin kan deebi’u ta’uu Manni Maree…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Gaaffiin daangaa fi eenyummaa Raayyaa bu’uura heeraa mootummatin kan deebi’u ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibseera.
Af Yaa’iin Mana Marichaa obbo…
Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniif iddoon turtii qophaa’e
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniif iddoon turtii qophaa’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiseera.…
Ijaarsi buufata xiyyaaraa Dabra Maarqoos eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ijaarsi buufata xiyyaaraa Dabra Maariqoos Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 55’n ijaarramuu eegaleera.
Ijaarsa proojektichaafis…
Ayyaanni torbee Aadaa Oromiyaa nagaan xumurame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ayyaanni torbee Aadaa Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa ture nagaan xumurameera.
Torbeen Aadaa Oromiyaa Bitootessa 17, 2014 Magaalaa…
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa hanga deeggarsa maallaqaa Paartilee siyaasaaf taasisuu ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa hanga deeggarsa maallaqaa Paartilee siyaasaaf taasisuu ifoomseera.
Boordichi guyyaa har’aa paartilee siyaasaa waliin…
Mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessi deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiin ariifachiisuuf hojiiwwan adda…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)–Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraay deeggarsa namoomaa barbaachisuuf dhiyeessi deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf lammiilee rakkoo olaanaa…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimaa fi kan addaan hin cinnedha- Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimaa fi kan addaan hin cinne ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay ibsan.…
Hariiroo naannawaa Ityoophiyaa fi Jibuutii haala cimsuun danda’amuurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Hariiroo naannawaa Ityoophiyaa fi Jibuutii haala cimsuun danda’amuurratti mariin gaggeeffameera.
Dura ta’aan abbaa taayitaa buufatalee fi naannawaa…
Daldaltoota seeraan alaa gatii hin mallee dabalan qaamoolee nageenyaa waliin ta’uun saaxiluun…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Daldaltoota seeraan alaa gatii hin mallee dabalan qaamoolee nageenyaa waliin ta'uun saaxiluun barbaachisaa ta’uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…