Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Preezdaant Ismaa’eel Oomaar Geelee gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee gaggeessaniiru.…
Namoonni yakka daddabarsa namaa seeraan alaan himataman adabbii cimaa adabaman
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Namoonni yakka daddabarsa namaa seeraan alaan himataman tokkoon tokkoo isaanii murtoo adabbii waggaa 16 fi Birrii kuma 50 adabamuu Manni Murtii Olaanaa…
Ministeerichi dargaggoota hojii dungoo, zayita, saamunaa fi kanneen biroo oomishaan leenjisaa ture…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Ministeerri Hojii fi Kalaqaa dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee tumsa misooma Jarmaan (DIZ) jedhamu waliin tumsaan dargaggoota hojii dungoo,…
Dameewwan qonnaarratti deeggarsi qaamolee deeggartootaa barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)- Dameewwan qonnaa mootummaan xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa jirurratti deeggarsi qaamolee deeggartootaa barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera…
Proojektichi lafa heektaaraa kuma 5 misoomsuu akka danda’utti hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)- Proojektiin misooma jallisii ammayyaa Walmal hanga xumura baatii Waxabajjiitti lafa heektaaraa kuma 5 misoomsuu akka danda’utti hojjetamaa jiraachuu…
Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz moggaasa maqaa Bartaa ‘Beenishaanguul’ jedhame akka waamamu…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz kana dura moggaasa maqaa saba Bartaa jedhamee wamaama ture ‘Beenishaanguul’ jedhame akka waamamu sagalee…
Boordichi komiiwwan paartilen siyaasaa dhiyeessaniif garee qorannoo hundeessuun qorannoo bal’aa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa komiiwwan paartilen siyaasaa labsii yeroo hatattamaa fi dhimmoota garaagaraa waliin walqabatee dhiyeessaniif garee…
Faransaay lammiilee Ityoophiyaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3 taasifte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Faransaay lammiilee kutaa kibba Ityoophiyaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3 taasifteetti.
Biyyattiin hongee muudate hordofee…
Diyaaspooraan dhiibbaa biyyarratti aggaamamu tokkummaan qolachuu qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) Diyaaspooraan dhiibbaa alaas ta’e keessaa biyyarratti aggaamamu tokkummaan qolachuu akka qaban Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan dhaabbii…
Waltajjiin beeksisaa paarkiiwwan invastimantii fi indaastirii Hinditti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)–Komiishiniin Invaastimantii Ityoophiyaa fi Hinditti imbaasiin Ityoophiyaa waliin ta’uun Waltajjiin beeksisaa paarkiiwwan invastimantii fi indaastirii…