Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Invastimantii fi Daldalaa Ityoo-Turkii Ankaaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)–Fooramiin Invastimantii fi Daldalaa Ityoo-Turkii Ankaaraatti gaggeeffamaa jira.
Imbaasiin Ityoophiyaa Turkiitti Korporeeshinii abbootii Indaastirii…
Wixinee HR 6600 fi S 3199 jedhaman mormuun Waashingitan DCtti hiriirri mormii gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa wixineewwan HR 6600 fi S 3199 jedhaman Diinagdee, Siyaasaa fi Hawaasummaa Ityoophiyaa dhiibuuf ba’e akka hin…
‘Ummataan ummataaf; Oromiyaa dirree misoomaa ni taasifna’-Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa Rakkoo fedhe keessa yoo jiraanne, badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuuf akeeka qabannee kaane milkeessurraa humni nu…
Karoorri gaaffilee marii guutuu biyyattiitti gaggeeffamerratti ka’an deebisu qophaa’uun hojiitti…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Karoorri gaaffilee marii guutuu biyyattiitti gaggeeffamerratti ka’an deebisu qophaa’uun hojiitti akka hiikkamaan ta’uu Paartiin Badhaadhinaa kallattii…
Haleellaa birmadummaa Ummatarraatti aggaamamu kamiiyyuu waloon qolachuun barbaachisaadha – Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Haleellaa birmadummaa Ummatarraatti aggaamamu kamiiyyuu waloon qolachuun barbaachisaa ta’uu Paartiin Badhaadhinaa waamicha dhiyeesse.…
Naannoo Oromiyaatti qonna arfaasaatiin oomisha kuntaala miiliyoona 17 walitti qabuuf karoorfame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qonna arfaasaatiin oomisha kuntaala miiliyoona 17 walitti qabuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiseera.
Itti aanaan…
Magaalaa Finfinneetti Suuqiwwan meeshaalee hataman fudhachuun kuusanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Suuqiwwan daldalaa meeshaalee Elektirooniksii fi qaama jijjiirraa konkolaataa hataman fudhachuun gurguranirratti…
Boordichi Yaa’ii waliigalaa ABO ilaalchisee murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Yaa’ii waliigalaa Paartii Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisee murtoo kennuu beeksiiseera.…
Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalticha raayyaa ittisa biyyatti itti…
Meeshaaleen kontiroobaandii konkolaataa Poolisiitin daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Godina Harargee Bahaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona walakkaa olitti tilmaamamuu konkolaataa poolisiitin daddabarfamaa ture to’atamuu…