Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota lameenii fi…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee waliin dhimmoota lameenii fi naannoorratti mari’ataniiru.…
Ashaboo fi adeemsi oomisha isaa fayyaa lammiileerrati miidhaa qaqqabsiisu ilaalchisee qorannoo…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Oomishni Ashaboo fi adeemsi gurgurtaa isaa fayyaa lammiileerrati miidhaa qaqqabsiisu ilaalchisee qorannoo gaggeeffameerratti Ministeerri…
Konfiraansiin IGAD barnootarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Konfiraansiin Mootummoota Misooma Bahaa Afrikaa IGAD barnootarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Marichi ajandaawwan…
Lammiilee naannoo Tigraay buqqa’uudhaan magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Tigraay buqqa’uudhaan naannoo Affaar magaalaa Samaraa qubataniif deeggarsi taasifameera.
Deeggarsicha Koreen Fannoo Diimaa idil…
Ityoophiyaa rakkoo hamaa keessa kan galche keessaa tokko waliigaltee dhabuu siyaasaati –…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti waliigaltee dhabuu siyaasa hundee gadi fageeffate yeroon itti karaa qaroomina qabuun hiiknu ammaa jedhan, hundeessaafi Dura Taa'aan…
Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuuz yaa’ii idilee gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa’iisaa 13ffaa gaggeessuu eegaluu ragaan Paartii…
Obboleessi kiyyaa Ismaa’eel Oomaar Giilee baga nagaan gara mana keessaan 2ffaatti dhuuftan-MM Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad obboleessi kiyyaa Ismaa’eel Oomaar Giilee baga nagaan gara mana keessaan 2ffaatti dhuuftan jedhaniiru.…
Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti bifa haaraan Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’eera.
Paarlaamichi kana dura daa’immaan moodalii jedhuun hundaa’ee…
Hawaasni sochii qaamaa taasisuun fayyummaa isaa eeggachuuf deemsa miilaa fi biskileetaa akka…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Dirre Dhawaa hawaasni sochii qaamaa taasisuun fayyummaa isaa eeggachuuf deemsa miilaafi biskileetaa amaleeffachuu akka qabu…
Teeknooloojii duumeessa gara roobaatti jijjiiruutin iddoowwan hongeen miidhamaan rooba olaanaa hanga…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Teeknooloojii duumeessa gara roobaatti jijjiiruutin iddoowwan hongeen miidhamaan godinni Booranaa fi Koonsoo rooba olaanaa hanga xiqqaatti argataniiru.…