Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weeraraa fi miidhaa godina Saba Oromootti qaqqabee dandamachiisuuf waltajjiin gali walitti qabu…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Waldaa Misooma Walloo Oromoo weeraraa fi miidhaa gareen ABUT godina Saba Oromootti qaqqabsiisee dandamachiisuuf waltajjiin galii walitti qabuu…
Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo bobbii ragaa sassaabuu bu’a qabeessa taasisuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) –Tajaajilii Nageenya Odeeffannoo sodaa nageenyaa biyyoolessaa isa mudaatee hordofee bobbii ragaa sassabuu bu’aa qabeessaa taasisuu ibseera.…
Gabaan Dilbataa Finfinnee cimee itti fufeera-aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaan Dilbataa Finfinnee cimee itti fufuu ibsaniiru.
Gabaan Dilbataa magaalaa Finfinneetti erga…
Paartiin Bilisummaa fi walqixxummaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Paartiin Bilisummaa fi walqixxummaa mata duree 'morkataarraa gara dursaatti' jedhuun Yaa'ii waliigalaa 1ffaa gaggeessaa jira.
Yaa'icharratti…
Kutaa magaalaa Liddataatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 162 oliin ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa magaalaa Liddataatti Proojektoota misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 62…
Guyyaan Torbee aadaa Magaalaa Shaashamanneetti sirna hoo’aan kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Torbeen aadaa Oromiyaa mata duree, "Misooma Aadaa keenya guddina turiiziimiif" jedhuun akka Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti sirna ho'aan…
Obbo Dammaqaan Ministiraa Alaa Turkii fi Daayreektara olaanaa Fandii Misoomaa Kuwaatar waliin…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministiraa Alaa Turkii Meevluut Kaasoogluu waliin Kuwaatar…
Proofeesar Mararaa Guddinaa Dura ta’aa, obbo Baqqalaa Garbaa fi obbo Jawaar Mohaammad ammoo…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Paartiin Kongiresii Federaalawaa Oromoo Proofeesar Mararaa Guddinaa Dura ta'aa, obbo Baqqalaa Garbaa fi obbo Jawaar Mohaammad ammoo Itti Aanaa Dura…
Misooma qabeenya damee Turizimiirratti qindoominaan hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Sidaamaa Ministeera Turizimii waliin haala Misooma qabeenya damee Turizimiirratti waloon hojjechuun danda'amurratti…
Hoggantootaa fi miseensota duultoota Humna addaa fi Humna Eeggadoota Rippaablikaaniif beekkamtiin…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota duultoota Humna addaa fi Humna Eeggadoota Rippaablikaanii duula birmadummaa hanga duula tokkummaa sabdaneessatti ergama…