Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsiitti,Qamadiin Jallisii Boneen misoome sassaabbamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) –Godina Arsiitti,Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaata kuma 37 olirratti misoome sassaabbamaa jiraachuu ibsameera.
Hanga ammaatti Lafa Hektaara kuma…
Namoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa daddabarsan Shugguxii Turkii 25 waliin…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) –Namoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa daddabarsan Shugguxii Turkii 25 waliin to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Naannoo…
Wixineen seeraa HR6600 akka hin raggaaneef hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Yaa’ichi waamicha…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- Wixineen seeraa HR6600 akka hin raggaanee fi rakkooleen biyya keessaa maddasaaniirraa akka furamaniif hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Yaa’iin…
Aluulaa Gabra’amlaak dorgaa dorgee Faanaa laamroot 9ffaa injifate
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Dorgaa Dorgeen weelliftoota sagalee Faanaa Laamroota guyyaa har’aa xumura argateera.
Torbeewwan darbaniif weelliftoota sagalee Faanaa Laamroot sirba…
MM Abiy Ahimad Poolisii Raayyaa ammayyaa taasisuuf mootummaa deeggarsa gama maraa kan taasisu…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- MM Abiy Ahimad Poolisii Raayyaa ammayyaa taasisuu fi hubannoo teeknooloojii isaa gabbisuuf riifoormiin eegalame cimee kan itti fufu ta’uu fi mootummaa …
Manni barumsaa bultii addaa guyyoota 40 keessatti Birrii miiliyoona 10 ijaarsifame eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Shabbee Sombootti manni barumsaa bultii addaa guyyoota 40 keessatti Birrii miiliyoona 10 ijaarsifame eebbifame.
Manni…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii 6ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii 6ffaa guyyaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixinee…
Murtoo mootummaan walitti bu’iinsa dhaabuuf murteesse hawaasa idil Addunyaa biratti haala gaariin…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Murtoo mootummaan naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa ariifachiisuuf jecha walitti bu’iinsa dhaabuuf murteesse…
Deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa beeksisa.
Komishinarri…
KFOn yaa’ii idilee 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Koongiransiin Federaalawaa Oromoo yaa’ii idilee 2ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’icharratti hoggantoonnii fi miseensonni paartichaa godinaalee…