Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan 6 darbanitti walitti bu’iinsa namaa fi Arba gidduutti uumameen Arboonni 11 fi namoonni 4…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 6 darbanitti Buufata Arbaa Baabbilleetti walitti bu’iinsa namaa fi Arba gidduutti uumameen Arboonni 11 fi namoonni 4 du’uu ibsame.
Mariin…
Hojjettoonni waldaalee hojii shammattootaa Shukkaara uummataaf qoodamu faayidaa mataasaaniif…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hojjettoonni waldaalee hojii shammattootaa Shukkaara uummataaf qoodamu faayidaa mataasaaniif oolchuuf yaalan to’atamuu poolisiin magaalaa Finfinnee…
Chaayinaan deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Chaayinaan mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif dhiyeessii deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf murtoo walitti…
Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaaf sagantaan beekamtii…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaa duula seera kabachiisuu, duula birmadummaa fi duula tokkummaa…
Bareessaa olaanaan DHMG mootummaan naannoo Tigraayiif deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf murtoo…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Bareessaa olaanaan DHaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa namoomaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 82 olitti tilmaamaman qabaman
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Torban darbe meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 82 fi kuma dhibba 7 fi kuma 14 olitti tilmaamaman qabamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise.…
Balaa Tiraafikaa konkolaataa deddeebisa ummataarra qaqqabeen daa’ima tokko dabalatee lubbuun…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Balaa Tiraafikaa Konkolaataa deddeebisa ummataa magaalaa Dasee gara Saqoxaa imalaa turerra qaqqabeen daa'ima tokko dabalatee lubbuun namoota ammmaaf…
Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa hatan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii miiliyoona tokkotti tilmaamamu hatanii fi qabeenyicha isaan irraa bitan harkaaf harkatti…
Yaa’iin Mana Maree naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasiisuun xumurame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Yaa'iin idilee 2ffaa waggaa1ffaa marsaa 6ffaan Mana Maree naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasiisuun xumurameera.
Manni marichaa dhimmoota…
Bulchiinsi magaalichaa lakkoofsa sararoota bilbilaa eeruu fi komiiwwan hawaasa itti fudhatu ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lakkoofsa sararoota bilbilaa eeruu fi komiiwwan hawaasa itti fudhatu ifoomseera.
Bulchiinsi magalichaa kutaa hawaasa…