Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu ni…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu akka eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.…
Obbo Dassaalany Xaasaaw Hogganaa Biiroo Nageenyaa naannoo Amaaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa marii guyyoota lamaatiin muudamoota addaa adda raggasiiseera.
Bu’uuruma…
Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroota guyyaa boruu xumura argata
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Dorgaa Dorgeen weelliftoota sagalee Faanaa Laamroota guyyaa boruu xumura argata.
Torbeewwan darbaniif weelliftoota sagalee Faanaa Laamroot sirba…
Murtoon nageenyaa mootummaan Ityoophiyaa dabarse fudhatama kan qabu ta’uu biyyoonni garaagaraa ibsan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Murtoon nageenyaa mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay ariifachiisuuf dabarse kan dinqisiifatamuu fi fudhatama qabu…
‘Waamicha gara biyyaa Iid hanga Iid’ jedhuun hojiiwwan adda addaa hojjetamaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Ergaa mata duree ‘Waamicha gara biyyaa Iid hanga Iid’ jedhuun Ityoophiyaanoonnii fi michoonni Ityoophiyaa gara biyya akka galaniif waamichi dhiyaachuu…
Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee lammiilee buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 17 olitti tilmaamamu laateera.…
IGAD murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf fudhate…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf walitti bu’iinsa…
Mootummaan dhimmoota komii hawaasaa ta’anirratti xiyyeeffannoo laachuu qaba – Jiraattoota Godina…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan dhimmoota komii hawaasaa ta’anirratti xiyyeeffannoo laachuun hojjechuu akka qanu Jiraattoonni Godina Arsii Lixaa gaafatan.…
Naannoon Somaalee jijjiirraman dura rakkoo nageenyaa keessa ture keessaa ba’uun bu’aan argamsiise…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Naannoon Somaalee jijjiirraman dura rakkoo nageenyaa keessa ture keessaa ba’uun bu’aan argamsiise kan dinqisiifamu ta’uu Ministirri…
Dhaabbileen deeggartootaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif taasisan akka guddisan Gamtaan…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Dhaabbileen deeggartootaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayii fi naannoolee biroo sababa waraanaan miidhamaniif taasisan akka guddisan Gamtaan Afrikaa…