Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa Toonii 30…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Imireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee naannoo Tigraay deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa midhaan nyaataa Toonii 30 erguu ishee beeksiifte.…
Manni Marichaa fi qaama hojii raawwachiiftuu gidduutti waliigalteen karoora mallattaa’e
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mana Maree Magaalaa Finfinnee fi qaama hojii raawwachiiftuu gidduutti waliigalteen karooraa mallattaa’eera.
Manni Maree Magaalaa…
Obbo Awwaal Arbaa fi obbo Ahimad Shidee naannoo Affaaritti misooma qamadii gammoojjii daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Affaarii fi Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee naannoo Affaar aanaa Dubtiitti misooma qamadii…
Maashinaroonni sadarkaan qulqullina isaanii gadi aanaa ta’an 130 hojiin ala taasifaman
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Maashinaroonni sadarkaan qulqullina isaanii gadi aanaa ta’an 130 hojiin ala taasifamuu fi hojiileen ijaarsa gamoowwan 5 sababa hanqina qulqullinaa akka…
Mariin hawaasa godinaalee Shawaa Kabaa fi Iluu Abbaa Booraatti gaggeeffamuu egale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti, mariin hawaasa godinicha hirmachiisee fi kallattiiwwan yaa'ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaan darbanii fi kenniinsa tajaajilaa…
Manni Amantaa Kaatoolikii proojektii Birrii miiliyoona 100 ol lammiilee waraanaan miidhamaan…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa proojektii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 lammiilee kuma dhibba 2 fi kuma 27 ol waraanaan miidhamaan…
Godina Wallagga Lixaatti waltajjiin hawaasaa sadarkaa Godinaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti waltajjiin Hawaasa Aanoolee fi Magaalota Godinichaa hirmaachise Sadarkaa Godinaatti kallattii fi murtoo yaa'ii 1ffaa akkasumas…
Naannoleen dorgommii fayyaalessa taasisuun dandeettii invastimantii alaa harkisuusaaniitti…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Naannoleen dorgommii fayyaalessa taasisuun dandeettii invastimantii alaa harkisuusaaniitti fayyadamuu qabu jedhameera.
Waltajjiin marii hojiirra…
Harargee Bahaa fi Arsiitti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaarratti mariin…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa fi Arsiitti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu’iinsa dhaabuuf murtoon dabarse…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaatif jecha murtoo walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessee walitti bu’iinsichaaf furmaata barbaaduu fi tarkaanfii…