Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu’iinsa dhaabuuf murtoon dabarse…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaatif jecha murtoo walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessee walitti bu’iinsichaaf furmaata barbaaduu fi tarkaanfii…
Ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jira- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa marsaa 4ffaaf qophiin duraa taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Hojii Ashaaraa magariisaa…
Komishiniin maree biyyaalessaa waltajjii marii jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Komishiniin maree biyyaalessaa waltajjii marii jalqabaa sirna walbaruu gaggeesseera.
Komishinichi waltajjii walbaruu abbootii gadaa, abbootii…
Gamtaan Awurooppaa mootummaan Ityoophiyaa namoomaaf jecha walitti bu’iinsa dhaabuu dinqisiifate
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi taasifamu akka si’atuuf…
Jiraattonni godinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Bahaa murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii 1ffaa Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Jiraattonni godinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Bahaa murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaarratti mari’ataniiru.
Jiraattonni…
Magaalichatti danbiin daballii gatii kiraa manaa fi kireeffattoota baasuu dhorkuuf ba’e baatiwwan 3…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti danbiin gatii mana kiraa fi kireeffattoota manaa baasuu dhorkuuf ba’e baatiiwwan 3 dheerachuu ibsameera.
Bulchiinsi…
Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaaf jecha murtoo walitti bu’iinsaa dhaabuu fudhate Ameerikaan…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Ameerikaan Mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif murtoo walitti bu’iinsaa dhaabuu fudhate kan deeggartu ta’uu ibsite.…
Waltajjiin Ummataa Paartiin Badhaadhinaa qopheesse rakkoo hawaasaa furuuf carraa kan uumu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Waltajjiin Ummataa Paartiin Badhaadhinaa qopheesse rakkoo hawaasaa qabatamaan furuuf carraa kan uumu ta'uu hayyoonni Saayinsii Siyaasaa ibsan.…
Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii aadde Caaltuu Saaniin Jigjigaa galan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii aadde Caaltuu Saaniin Jigjigaa galaniiru.
Aadde Caaltuu Saaniin wayita buufata…
Preezdaantii naannoo Loombaardiyaa abbootiin qabeenyaa xaaliyaanii Ityoophiyaatti hojiilee…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Xaaliyaaniitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambisan Xaaliyaaniitti Preezdaantii naannoo Loombaardiyaa Atiiliyoo Foontaanaa waliin damee…