Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Mana Maree Naannoo Afaar baajata dabalataa fi muudamoota raggaasiisuun xumurame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 1ffaa, marsaa 6ffaa Mana Maree Naannoo Afaar baajata dabalataa fi muudamoota raggaasiisuun xumurameera.
Manni…
Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate naannoo Harariitti…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate naannoo Harariitti gaggeeffamaa jira.
Koreen Hojii Raawwachistuu Paartii…
Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate iddoolee garaagaraatti…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii badhaadhinaarratti xiyyeeffatee magaaloota Adaamaa, Jimmaa, Asallaa fi Sabbataatti gaggeeffamaa jira.
Mariin…
Karoorri misoomaa Ityoophiyaatti eegalame akka itti fufuuf deeggarsi Baankiin Addunyaa taasisu itti…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Karoorri misoomaa Ityoophiyaatti eegalame akka itti fufuuf deeggarsi Baankiin Addunyaa taasisu kan itti fufu ta’uu hojii raawwachiisaan boordii Baankii…
Deeggarsi Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gara naannoo Tigraayitti imalchiise akka hin jirre mirkanaa’e
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qorichootaa fi galteewwan yaala fayyaa meetirik toonii 95 gara naannoo Tigraayitti akka imalchiisuuf eeyyamni kennamuufis…
Ijaarsa Istaadiyeemii biyyaalessaa yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf kan hojjetamu ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Ijaarsa Istaadiyeemii biyyaalessaa yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf kan hojjetan ta’uu hojii gaggeessaa olaanaan dhaabbata Chaayinaa Isteet…
Godina Jimmaatti sa’aatii 1 keessatti gurgurtaan boondii Birrii miiliyoonni 1.7 raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Limmuu Koossaatti sa'aatii 1 keessatti gurgurtaan boondii Birrii miiliyoonni 1fi kumni dhibbi 7 raawwatame.
Godinichatti …
Magaalichatti Shakkamtoonni gareen gurmaa’uun yakkoota garaagaraa hojjetan 51 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni gareen gurmaa’uun yakkoota garaagaraa hojjetan 51 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin…
Godina Booranaa Aanaa Areerootti Manni Murtii Aadaa hundeeffame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Areerootti Manni Murtii Aadaa hundeeffameera.
Hundeeffamii Mana Murtii Aadaa kun bakka abbootiin seera, Abbootiin Gadaa,…
Ityoophiyaatti walqixxummaa koorniyaa mirkaneessuuf haala danda’amurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Hawaasummaa fi Dubartootaa, Dhaabbilee misooma tumsa idil Addunyaa waliin ta’uun akkaataa Itiyoophiyaa keessatti wal qixummaa…