Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajjeechaa abbootii gadaa Karrayyuu ilaalchisee sirni gumaa baasuu akka raawwatamuuf waliigalteerra…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Qaama abbootii Gadaa Karayyuurratti ajjeechaa raawwatee fi maatii miidhamtootaa jiddutti akkaataa aadaa fi duudhaa ganamaa sirna Gadaatti hayyootaan…
Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti Kookeeyiin sammuu namaa hadoochu to’atame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensoonni Poolisii Federaalaa buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti Kookeeyiin sammuu namaa hadoochu to’atannaa jala oochuu ibsaniiru.…
Dhaabbanni geejjiba galaanarraa Xaaliyaanii Ityoophiyaatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Dhaabbanni geejjiba galaanarraa Xaaliyaanii Riimoorichiiyaatoorii Yuuniitiin Ityoophiyaatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise.
Gareen…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamaa Ganda Kuriftuutti misoomaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu qamadii jallisii godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamaa Ganda Kuriftuutti misoomaa jiru daawwataa jira.…
Caffeen yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumurame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessaa ture xumureera.
Caffichi yaa’ii guyyoota lamaaf magaalaa Adaamaa…
Caffeen Yaa’ii idilee 2ffaasaan Muudama garaagaraa Raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa muudama garaagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-
Muudama miseensa Gumii…
Baankiin Addunyaa haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu dandeessisuurratti mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Hojii mootummaa daayreektara hojii raawwachiisaa boordii baankii addunyaa waliin baankichi haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu…
Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa hojii eegalchiiseera.
Ministirri Ministeera…
Obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensi koree hoji raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu…
Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo boqotan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo umrii waggaa 58’n addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru.
Obbo Okeeloo Nyigeeloon bara…