Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo boqotan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo umrii waggaa 58’n addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru.
Obbo Okeeloo Nyigeeloon bara…
Dhimma waloorratti wal birra dhaabbachuu fi Ijaarama siyaasaa cimaa qabaachuu qabna-Obbo Shimallis…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Dhimma waloorratti wal birra dhaabbachuu fi Ijaarama siyaasaa cimaa qabaachuu qabna jedhan Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Caffeen Wixinee Labsii Gaachana Sirnaa Naannoo Oromiyaa irratti mari’achaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Gaachana Sirnaa Naannoo Oromiyaa irratti mari'achaa jira.
Ittaanaan waajjira preezdaantii naannoo Oromiyaa Obbo…
Jiraattonni magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenyaarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenyaarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu gaafachuu ibsame.
miseensonni Mana Maree Bakka…
Mariin rakkoolee fi furmaatawwan oomishtoota zayitaa biyya keessaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Mariin rakkoolee fi furmaatawwan oomishtoota zayitaa biyya keessaarratti xiyyeeffate gaggeeffame.
Maricha kan qopheessee Faanaa Broodkaastiing…
Qaamolee ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuutin shakkaman adamsuun seeraa jala olchuun qoratamaa…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Wixineen labsii sirna Buusaa Gonofaa naannoo Oromiyaa murteessuuf ba'e wixinee labsii lakkoofsa 244/2014 ta’ee sagalee caalmaa Caffee Oromiyaatin…
Obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensi koree hoji raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu…
Caffeen Oromiyaa wixinee labsii sirna Buusaa Gonofaa murteessuuf baheerratti mari’ataa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti gaggeessaa jiruun wixinee labsii sirna Buusaa Gonofaa…
Qaamolee duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensoota Raayyaa ittisa biyyaa, hojjettoota siiviilii fi qaamolee nageenyaa biroo duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa…
Obbo Dammaqaan lammiileen Ityoophiyaa wixineewwan seeraa HR6600 fi S 3199 irratti duula akka…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan wixineewwan seeraa HR6600…