Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan lammiileen Ityoophiyaa wixineewwan seeraa HR6600 fi S 3199 irratti duula akka…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan wixineewwan seeraa HR6600…
Caffeen Wixinee Labsii Dhaabbiilee Misoomaa Mootummaa naannoo Oromiyaa mirkaneesse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Wixinee Labsii Dhaabbiilee Misoomaa Mootummaa naannoo Oromiyaa sagalee caalmaan mirkaneesseera.
Caffeen Oromiyaa yaa'isaa gaggeessaa jirun…
Paarkonni indaastirii carraa hojii uumuutin bu’aa irraa eegamu akka fidaniif mootummaa deeggarsa ni…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Paarkonni indaastirii carraa hojii uumuutin bu’aa irraa eegamu akka fidaniif mootummaa deeggarsa ni taasisaa jechuun kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Caffeen Wixinee Labsii Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa irratti ibsa kenne
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen yaa'isaa gaggeessaa jirun Wixinee Labsii Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti ibsa kenne jira.
Addee Mastaawoot…
Caffeen gabaasa qaama raawwachiisaa baatiwwan torban darbanii raggaasiise
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun gabaasa Qaama Raawwachiisaa Baatiwwan Torban darbanii erga…
Imala guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ jedhamu eegalchiisuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Imala guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ jedhamu eegalchiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Muummeen…
Jijjiirrama akka naannoo fi biyyaatti fiduuf yaadame milkeessuuf kutannoon ni hojjetama – Preezdaant…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Imaammataa fi tarsiimoo badhaadhiinaa diriisuun jijjiirrama akka naannoo fi biyyaatti fiduuf yaadame mikleessuuf…
Biqiltuun biiliyoonni 2.7 qophaa’ee kunuunfamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Biqiltuun biiliyoonni 2.7 qophaa'ee kunuunfamaa jiraachuu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan ibsaniiru.…
Ajajni Lixaa duula birmadummaa seera kabachiisuu hanga duula Tokkummaa Sabdaneessatti injifannoo…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Ajajni Lixaa duula birmadummaa seera kabachiisuu hanga duula Tokkummaa Sabdaneessatti injifannoo olaanaa galmeessuu Itti aanaan Itaamaajoor…
Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun hojjetamaa jira – Shafii Huseen
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu, Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi…