Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komii barattoota kuma 20 oliif deebiin kennamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Komii barattoota kuma 20 oliif deebiin kennamuu Ejensiin Madaallii Ga’umsaa fi Qormaata Biyyaalessaa beeksiise.
Ittaanaan daayrektara olaanaa…
Yuunvarsiitichi Imbaasii Indooneezhiyaa Ityoophiyaatti argamu waliin haala waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC)-Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa Imbaasii Indooneezhiyaa Ityoophiyaatti argamu waliin haala waloon hojjechuuf danda’urratti mari’ateeera.
Yuunvarsiitiin…
Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa abbootii alangaa qaroo dhabeeyyii ta’aaniif kompiitaroota 39…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC)-Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa abbootii alangaa qaroo dhabeeyyiif 39 ta’aaniif kompiitaroota 39 Birrii miiliyoona 3 oliitti tilmaamaman bituun…
Manni Maree Naannoo Amaaraa Bitootessa 15, 2014 yaa’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa Bitootessa 15, 2014 Yaa’ii idilee kan gageessu ta’uu Af Yaa’iin mana marichaa Aadde Faantuu Tasfaayeen ibsaniiru.…
Ijaarsi daandii Kaarra Diimaa – Gobeentii harkifachuun rakkoof nu saaxile-jiraattota
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Ijaarsi daandii Kaarra Diimaa - Gobeentii Mojoo harkifachuun rakkoo garaa garaatiif isaan saaxiluu jiraattonni godina Harargee Bahaa aanaa Gola Odaa…
Obbo Dammaqaa Mokkonniin ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa yeroo hojii isaanii xumuran waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa yeroo…
Konkolaattonni baajajii walitti bu’uun balaa tiraafikaa qaqqabsiisaniin lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti konkolaattonni baajajiin walitti bu’uun balaa tiraafikaa qaqqabsiisaniin lubbuu nama 1 yoo darbu, namoota 9 irraa…
Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa gaggeessaa oole xumure
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa oolee murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumure.…
Mootummaan naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa akka dhiyaatu taasiisaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa akka dhiyaatu deeggarsa barbaachisu taasiisaa jiraachuu beeksiseera.
Ministeerri Dhimma…
Kaabineen naannichaa ajandaa hundeeffama dhaabbata Misooma garee BG irratti mari’achuun murtoo…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Beenishaangul Gumuz walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen ajandaa hundeeffama dhaabbata Misoomaa Mootummaa “BG Diviloopment…