Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa walga’ii ariifachiisaa 10ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Walga’ichi qaboo…
Kaabineen naannichaa kallattiiwwan yaa’ii Paartii Badhaadhinaan darban hojiitti hiikuuf mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Hararii dhimmootta kallattiiwwan yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaan darban hojiitti hiikuuf dandeessisan irratti mari’ateera.…
Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti manni murtii aadaa hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) –Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti manni murtii aadaa hundaa’uu ibsameera.
Caffeen Mootummaa naannoo Oromiyaa aadaa…
Ijaarsi dhaabbilee qaama murteessaa adeemsa jijjiiramaati- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ijaarsi dhaabbilee qaama murteessaa adeemsa jijjiiramaa ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.
Komishiniin Gumuruuka Ityoophiyaa hojiin…
Dhaabbatichi meeshaalee yaala Fayyaa naannoo Tigraay akka hin geessine mootummaan dhorkameera…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa meeshaalee yaala Fayyaa naannoo Tigraay akka hin geessine mootummaan dhorkameera jechuun dhugaarraa kan fagaate ta’uu…
Hoggantoonni Waajjira Muummee Ministeera Komishinii Gumuruukaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Jilli hogganaa Waajjira Muummee Ministeeraa fi Ministira Dhimmoota Kaabinee obbo Tafarii Fiqreen durfamu Komishinii Gumuruukaatti hojiilee jijjiiramaa…
Magaalichatti rakkoon addaan ciccituu humna elektirikaa mudate torbanoota 2 keessatti kan sirratu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee bakkeewwan garaagaraatti rakkoon addaan ciccituu humna elektirikaa tibbana mudate torbanoota 2 keessatti kan sirratu ta’uu…
Hoggantoonnii fi miseensonni Poolisii rakkoo namuusaa qaban 146 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hoggantoonnii fi miseensonni Poolisii namuusa Poolisii cabsan 146 hojiirraa gaggeeffamuu Poolisiin Magaalichaa beeksiise.…
Yuunvarsiitiiwwan 4 gidduutti dorgommiin kalaqa hojii Agroo-indaastirii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Hawaasaa, Dabra Maarqoosii fi Baahir Daar gidduutti dorgommiin kalaqa hojii Agroo-indaastirii…
Ministeerichi ramaddii Ambaasaaddaroota haaraa muuddamanii ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa ramaddii Ambaasaaddaroota haaraa muuddamanii ifoomseera.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Amajjii 18,2014…